tgindex
Gali Ababor Official

Gali Ababor Official

Статистика

Hubannoo sirrii uumuuf

Последний пост
20 июл.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
23
Тип
открытый
Язык
und
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
10 152
+1 за 3 дн.
Сутки
+5
+0,05%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 982
23 постов
Вовлечённость
29,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 23
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1 381
1/48двое суток
1 582
1/72трое суток
1 706

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 20 июл.1 430142

    Amma immoo Sadarkaa kana irra geenyee jirra. Alhamdu Lillaah. Amma xumurrutti biraa hin deebinu Inshaa Allaah. Markaza Bilaal Magaalaa Sheekiitu sadarkaa kanarra ga'ee jira. Namoonni waadaa seentanii turtan waadaa keessan guuttadhaa. Namoonni biroos niyyadhaa. Baankii Rabbii keessa keeyyadhaa. Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii *** Hijraa 1000055510001 Raammis 1010058603001 Daashin 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 Hijraa 1000055510001 Awash 014251723927801 Dedo Bilal Mesjid በጅማ ዞን ዴዶ ወረዳ ሼኪ ከተማ የተጀመረው ቢላል መርከዝ በጥሩ ሁኔታ እየተገነባ ይገኛል። ቃል የገባችሁት ሰዎች አስገቡልን። ሌሎቻችሁም ነይቱ። የባንክ ሂሳብ *** ሂጅራ 1000055510001 ራምስ 1010058603001 ዳሽን 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 ሂጅራ 1000055510001 አዋሽ 014251723927801 ዴዶ ቢላል መስጊድ

  • 20 июл.1 686486

    Shamarran keenya dhiira sin fuudha jedhee ammuma zinaaf si barbaaduu wajjin gonkuma kabaja kee hin balleessin. Shamarran baay'eetu kanaan gowwoomanii kabaja isaanii dhabanii jiruufi jireenya isaanii balleessan. Wallaahii baay'een isaanii rakkoo nama gaddisiisuuf saaxilaman. Dhiirri sagaagalaaf si barbaadu kamuu dhirsa siif ta'uuf hin deemu. Jireenyi akkasiin ijaaramus salphina addunyaafi aakhiraati. Dhaamsa obbolummaa kan onnee irraa maddeedha.

  • 9 июл.2 3191

    без подписи

  • 9 июл.2 3001

    без подписи

  • 9 июл.2 290161

    Ijaarsi Markaza Bilaal Godina Jimmaa Magaalaa Sheekii Aanaa Dedoo sadarkaa kana ga'uuf namni ga'ee olaanaa taphate Haji Abdulqaadir H/Aliiti. Waabee gamaa dhufanii Jimmaan Magaalaa Sheekiitti miliyoona 10 Markaza Islaamaatiif niyyatanii turan. Maallaqa niyyatan sana keessaa meeshaa miliyoona 1.5 bitanii nuuf galchaniiru. Rabbiin milkii addunyaafi aakhiraa isaan haa badhaasu. Qulfiin addunyaafi aakhiraa harka isaanii haa kaa'amu. Milkiin walitti haa qabamuuf. Namoonni biroo kanneen waadaa seentan akkuma isaanii kana waadaa nuuf guutaatii ijaarsa markaza keenyaa ariitiin haa xumurrannu. من المؤمنين رجال صدقوا ما عاهدوا الله عليه Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii *** Hijraa 1000055510001 Raammis 1010058603001 Daashin 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 Hijraa 1000055510001 Awash 014251723927801 Dedo Bilal Mesjid

  • 9 июл.1 8194

    без подписи

  • 9 июл.1 5189

    Barumsa Gannaa Gabaabduu *** Baatii gannaa lamaan kana yoo Rabbiin nuuf eeyyame kitaaba Fiqhii "Manhaj Assaalik" kan Sheykh Abdurrahmaan bin Naasir Assa'adii galgala galgala qaraanee fixna. Kallattii telegraamaafi tiktokiitiin ta'ee Yeroon isaas Ishaa booda 2:45 hanga 3:30 ta'a Inshaa Allaah. Liinkii Tiktokii https://vt.tiktok.com/ZSCEkUGXq/ Linkii telegraamaa: https://t.me/markazibnabbas

  • 8 июл.4 105152

    Sadarkaa kana irra geenyee jirra. Alhamdu Lillaah. Markaza Bilaal Magaalaa Sheekiitu sadarkaa kanarra ga'ee jira. Namoonni waadaa seentanii turtan waadaa keessan guuttadhaa. Namoonni biroos niyyadhaa. Baankii Rabbii keessa keeyyadhaa. Herrega baankii Masjida Dedoo Magaalaa Sheekii *** Hijraa 1000055510001 Raammis 1010058603001 Daashin 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 Hijraa 1000055510001 Awash 014251723927801 Dedo Bilal Mesjid በጅማ ዞን ዴዶ ወረዳ ሼኪ ከተማ የተጀመረው ቢላል መርከዝ በጥሩ ሁኔታ እየተገነባ ይገኛል። ቃል የገባችሁት ሰዎች አስገቡልን። ሌሎቻችሁም ነይቱ። የባንክ ሂሳብ *** ሂጅራ 1000055510001 ራምስ 1010058603001 ዳሽን 3947595618211 CBO 1041900364441 CBE 1000735392038 ሂጅራ 1000055510001 አዋሽ 014251723927801 ዴዶ ቢላል መስጊድ

  • 30 июн.3 3612

    без подписи

  • 30 июн.3 350472

    Dubbachuufis ta'ee callisuuf nama rakkisa. Mootummaan namoota sirna hacuuccaafi dhiibbaa bara Minilik sana deebisuuf abjootu aangoorra naqee yeroo hunda ummata Muslimaa jeequ. Kaleessa shamarree Muslimaa qabxii olaanaa fidde dhoksanii kan isaanii ishee gadi aanaa fidde sadarkaa duraa godhanii Ambootti badhaasu. Harra Finfinnee keessatti Ministeerri barnootaa ijoolleen hijaabaan galtee akka hin qoramne uggure. Kan isaan Maaskiin galanii qoramaniyyuu manguddummaa meeqaan ture. Namoota akka kanaa mootummaan hanga yoomiitti nurr tursiisa? Yeroo dhaabbanni Islaamaa waan egeree ummataa yaaduu jalqabe isaan achumaan ajandaa biraa nuuf uumu. Karoora ummata ceesisu tokko akka ati galmaan geessu boqonnaa siif hin kennan. https://t.me/glababor/1857?single

  • 23 июн.3 375414

    "Soomni guyyaa Aashuuraa yakka waggaa tokkoo namarraa harcaafti." Rasuul (saw). Kanaafuu jabaannee Roobii boriifi khamisa haa soomnu.

  • 20 июн.3 8263

    без подписи

  • 20 июн.3 8102

    без подписи

  • 20 июн.3 820552

    Guyyaa darbitu kanaaf jecha madaa hin darbine lafa keessanii hin dabarfatinaa. Yaa Rabbi Atumti ga'e jedhii rakkoo kana ummata keenyarraa dhaabi. Rakkoofi gadadoon Arsii irra ga'aa jiru waan amma malee qalbii nama cabsuudha. Qaamoleen humna qabdan ummata nagaa kana Rabbumaa jedhaa nuuf qusadhaa. Jidduu keessanitti ummata harka duwwaa jiru hin miidhinaa. Rabbii isa hunda caalaa humna qabu yaadadhaa. Rabbiin gaafa nama qabe qabaan isaa jabaadha. Bor seenaan rahmata isiniif hin gootuu yaadadhaa. Namoonni Rabbiin isinitti ballise ummata kana gargaaruun dirqama.

  • 19 июн.3 004134

    без подписи

  • 12 июн.3 27720

    የቁርኣን ተፍሲር ማስተማሪያ መድረሳ ከፍተናል ብለው፤ ነገር ግን «ቁርኣን የነቢዩ ﷺ ተፍሲር፣ የሶሐባ ተፍሲር፣ በየዘመኑ የመጡ የኢስላም ሊቃውንቶች ተፍሲር አያስፈልገውም!» ለሚሉ ሰዎች የአቡ ሐይደር መልስ

  • 4 июн.3 861622

    Taateen Arsiitti ta'e waan Qoratamee mirkanaa'uu gaafatuudha. Osoo odeeffannoo adda hin baafatin dhiiga namootaa dhangala'etti qoosuus ta'ee maqaa Ummata Arsii guddaa san balleessuun yakka guddaadha.

  • 4 июн.4 072283

    Halkan Jumu'aatti seennee jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba? قال الله تعالى👇 إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا Rabbiin ol ta'e ni jedhe: Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56) وفي الحديث👇 أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا، Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW) ( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي ) Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan. اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،

  • 1 июн.2 832171

    Qur'aana Rabbii caqasaa filannoo keessanis filadhaa. Al-Mu'minuun aayata 31-61 https://t.me/IAAtefsir

  • 26 мая3 590

    без подписи