Hamiltan tv قناة هملتن
Статистика#You_Tube https://youtube.com/c/Hamiltantv #Facebook https://www.facebook.com/HamiltanTV #Telegram https://t.me/Tv_Hamiltan_2021 #Twitter #https://twitter.com/HamiltanTv #Instagram https://instagram.com/hamiltan_tv_?r=nametag/
- Последний пост
- 7 апр.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Dargaggeessi ergamaa rabbii arrabsaa ture hidhaan adabame. Dargaggeessi Masfin Guddaa Waaqjiraa jedhamu ergamaa rabbii Nabi Muhaammad ''(sallallaahu aleeyhi wasellem) nagaa fi rahmanni isaan irra haa jiraatu'' arrabsaa ture hordoffii mana maree dhimmoota islaamummaa magaalaa shaggariifi eeruu hawaasaatiin qabamee magaalaa shaggar kutaa magaalaa laga xaafootti hidhameera. Hordoffii godhamaa tureen erga mana murtiitti dhihaatee booda hidhaa waggaa 1 fi baatii 6n adameera. #Hamiltan_Hamilee_Ummataa
без подписи
без подписи
Allaahu Akbar Allaahu Akbar Allaahu Akbar
Ergaa baga geessanii Daarektara Ol'aanaa Tv Hamiltan Dr.Mubammadsaalih Jamaal dabarsan.
https://youtu.be/Vt2r8vWArWU?si=nwG36p_jkUsGsrmO
Baga baatii Ramadaanaa kan Bara 1447ffaa Nagaadhaan ittiin isin ga'e!!! #Baankii_Awaash #Ikhlaas #Hamiltan_Hamilee_Ummataa
#Ramadaan_Mubaarak!! Baga Baatii Ramadaanaa Bara 1447ffaadhaan Nagaan ittiin isin ga'e. Hanga ammaatti hordoffii godhameen jiini Waan muldhateef gurraandhalli 11/2018 guyyaa boru guyyaa jalqabaa baatii Ramadaanaa ta'uun mirkanaa'eera. Irra deebiidhaan baga ittiin isin ga'a!! #Hamiltan_Hamilee_Ummataa
Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayyib Eerdowaan Finfinnee seenan Hamiltan:Guraandhala 10/2018Finfinnee Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan simannaa hoo’aa taasisaniifiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaaniin baga nagaan bakka argama dhala namaa Itiyoophiyaa nagaan dhuftan jedhan. #Hamiltan_Hamilee_Ummataa
Youtube Tv Hamiltan butameera. Karaalee Tv Hamiltan ummata isaa bira qaqqabu keessaa tokko karaa you tube ture. Tibbana qaama hin beekamnee you tube Tv Hamiltan Viidiyoolee 1500 ol qabuu fi hordoftoota dhaabbataa (Subscribe) kuma 67 ol qabu butameera. Tv Hamiltanis sababa kanaa you tube haaraa banuudhaan tokko jedhee eegaluuf dirqameera. Kanaaf ummanni muslimaa afaan kana dhageessan hundi you tube haaraa kana hordofuudhaan (Subscribe) gochuudhaan aantummaa qabdanu akka agarsiisatan isin gaafanna. Liinkii armaan gadii kanaan seenuun hordofaa. https://youtube.com/@hamiltantv1?si=gTULcInDIR5WLXWc
koollajjiin Iimaan sagantaa addaa simannaa Ramadaanaa fi irbaataa gaggeesse Hamiltan:Gurraandhala 7/2018 Finfinnee Koollajjiin Islaamaa Iimaan sagantaa addaa simannaa ramadaanaa fi Irbaataa gaggeessee jira. sagantaan bara kanaa kunis marsaa 5ffaa yoo ta'u kanaan dura waggoota 4n darbaniif hojii walfakkaataa adeemsisaa jira. sagantaa kama irratti hoji gaggeessaan ol'aanaan Koollajjichaa ustaaz Muhaammad Muraad haasaa taasisuun, koollajjiin islaamaa Iimaan adeemsa isaa waggoota 23 keessatti milkiiwwan gurguddoo hedduu galmeessuu himan. Koollajjiin Iimaan waggoota 23n har'aa dura kan hundeeffame yoo ta'u bara baraan ummata musliimaatiif ashaaraa isaa bahachuu itti fufee jira. Hojiiwwan karaa koollajjii kanaatiin hojjataman keessaa kan hanga guyyaa har'aatti lammiilee kuma 20 ol shahaadaa qabsiisuun rabbiin tokkichoomsuu akka filatan gochuu ibsaniiru. kana malees jedhan Ustaaz Muhaammad Muraad masjiidotaafi madrasaalee hedduu ijaaruun faaydaa hawaasa musliimaatiif oolchuu,namoota gurraan dhagahuu hin dandeenye akkamitti isaan qur'aana mallattoo qofaan qara'uu akka danda'an leenjii kennuufi naannolee hanqinni bishaan dhugaatii jirutti lammiileedhaaf bishaan qulqulluu baasuun biraan gahaa turuu ragaa bahaniiru. Itti dabaluunis gara fuula duraatti piroojektiiwwan gurguddoo hedduu bocuun akkamitti akka dhaabbatichi galii mataa ufii argachuu danda'u haala mijeessuuf adeemaa jiraachuu ibsaniiru. #Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи