- Последний пост
- 13:06
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 65
- Всего постов
- 114
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 2 542
- 1/48двое суток
- 2 913
- 1/72трое суток
- 3 141
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
без подписи
Dubartiin ni dhangalaastii? Maal dhangalaasti? Squirting jechuun maali? Dubartiin hundi dhangalasuu dandeessii? Eeyyeen Dubartiin hundi dhangalasuu dandeessi garuu dhiirti hundi dubartii akka dhangalaastu gochuu hin danda'u. Dhiira muuxannoo qabu yoo taate malee. Dhiirti hundi eessa akka jiru hin beeku. Tokkoffaa , wanti dhangala'aa jiru..."squirting jechuun dubartiin tokko yeroo walqunnamtii saalaa qaama saalaa ishee keessaa dhangala'aa bishaan ta'e gadi lakkiftudha. Dubartiin tokko qaama saalaa caalaa quba harkaati humna waan qabuuf seensa idilee caalaa qubaan akka dhangalastu gochuun salphaadha; haa ta'u malee , kana gochuu danda'uuf ogummaa fi muuxannoo walqunnamtii saalaa tokko tokko qabaachuu qaba. . Squirt fincaan fakkaata malee fincaani miti inni afuuffee fincaanii irraahi dhufa. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
WALQUNNAMTII SAA-LAA DURA MIIRA WALII HO'ISUU •°°°°°°°°°°°°°°°°°°°•°°°°°°°°°°°°°°°°°°• ● Walqunnamtii sa*laatti osoo hin seenin dura qaama walii ho'isuun gaaridha. Dubartoonni osoo gara walqunnamtii sa*laatti hin seenin dura wal susukkuumuu, wal dhudhungachuu, wal qaqqabachuun, wal dhidhidhiibuun hedduu itti tola. Gochoonni kun miira isaanii itti kakaasuu qofaaf osoo hin taane fedhii isaanillee dabaluuf ni fayyada. Shamarran baay'een gochootuma kana qofaan osoo hin beekiin of wallaalanii gaara ga'u, waanuma jaannata galan itti fakkaata. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
Dhukkuba Saayinesii (Sinusitis) ******* Funyaan kee cufamu, mataa fi fuulli si dhukkubuun— dhukkuba saayineesiin ta'u danda’a! Saayineesonni bakkeewwan qilleensaan guutaman kan naanna'aa funyaaniitti argamanidha. Saayineesiin kun dhangala’aa(mucus) maddisiisa. Dhangala'aan maddu kun gara funyaaniitti yaa'a. Yeroo saayineesiin cufamu dhangala’oon kun kuufamee infeekshinii (vaayirasii ykn baakteeriyaan) fida. Wantoota Dhukkuba Saayineesiif Nama Saaxilan -Diifafa/Utaalloo (cold) - Dhibee alerjiikii - Aara sigaaraa - Sirni ittisa qaamaa hir’achuu Mallattoolee Dhukkuba Saayinesii - Funyaan cufamuu - Dhukkubbii fuulaa - Dhukkubbii Mataa - Qufaa fi foolii afaanii hamaa Yaala Dhibee Kanaa - Bishaan danfisanii aara isaa ulachuu - Dhangala’aa baayisanii dhuguu - Mataa ol qabani ciisuu - Nasal spray ykn decongestant fayyadami Qoricha ogeessaan hin ajajamin hin fudhatinaa. Yeroo tokko tokko ofumaan fayyuu danda’a garuu yoo mallattooleen sitti cimaa dhufe mana yaalaa deemuun ilaalamaa Fayyaan faaya!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Dubartoonni iddoo baay'ee si'ooftuu gaafa xuqamte gammachuu argatan 'G-spot' jedhamtu erga doktorri maqaan isaa Dr 'Grafenberg' jedhamu iddoo kana argateen booda maqaa isaatiin moggaafamte qaama saalaa isaanirraa qabu. Iddoon argama ishii dubartootaa dubartootaatti garaagarummaa qabaatus jiddu galeessaan ulaa qaama saalaa gara fuulduratiin (vaginal opening anteriorly) hanga seentimeetira 3-6tti ol siyxee argamti. Iddoon kana xuquun dubartoonni yeroo walquunnamtii saalaa dafanii fedhii isaanii akka bahaniif gargaara. Iddoo kanaan alatti saala lachuufuu dafanii akka gammadaniif iddoowwan gargaaran namaa namatti garaagarummaa qabaatus yeroo baay'ee mormi, hidhii, rifeensi, cidhaan fi sarbaan gara keessatiin iddoo si'aa'inna qabanii fi dafanii sadarkaa gammachuu irra akka gahan kan gargaaranidha. Namaa namatti garaagarummaa waan qabuuf isiniif iddoo kanniin keessaa kamtu gammachuu akka isiniif kennu iftoominaan waliin mari'achuun barbaachisaadha. Dubartoonni qaama saalaa dhiiraa dheeraafi furdaa barbaadu osoo hin taane iddoowwan kana beekanii ishiis gaafatanii iddoowwan kanniin. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи