Ulee Amantaa||Dn Hundesa
СтатистикаKayyoon Chaneelii kana👇 👉Ogummaa qabnuun sagalee Waaqayyoo barsiisuu Yaadaa keessaniif @dnhundesa Facebook,👇 @uleeamantaa You Tube: https://www.youtube.com/c/EzratubeOfficialTube?sub_confirmation=1
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 5
- 1/48двое суток
- 5
- 1/72трое суток
- 6
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Isin Ortodoksi dha❓
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇
https://tinyurl.com/m885b2yw
https://www.youtube.com/c/EzratubeOfficialTube?sub_confirmation=1
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Daqiiqa 30 booda ni bada Kasrdi birri 200 nama badhasisa 10+10×0+10=???
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
https://youtube.com/playlist?list=PLvNKkks8ogcWQ-icE7mL2Itss6rDJxfDm&si=oE0bHNhj9KL_9_oT
Isin Ortodoksi dha❓
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Ulee Amantaa||Dn Hundesa pinned «https://youtu.be/SKzmIlf-7l8?si=ZFiB1kaY3ARcKSAc»
Mallattoo onnee kanaa gadi jiru tuquun waan ajaa'ibaa isiniif dhufu ilaalaa! Ajab! 👇👇👇 🤔 Ajab! 👇👇👇 🤔 Ajab! 👇👇👇 🤔 ┼┼▄██▄┼┼┼▄██▄┼┼ ┼██████┼██████┼ ┼█████████████┼ ┼█████████████┼ ┼┼███████████┼┼ ┼┼┼█████████┼┼┼ ┼┼┼┼┼█████┼┼┼┼┼ ┼┼┼┼┼┼███┼┼┼┼┼┼ ┼┼┼┼┼┼┼█┼┼┼┼┼┼┼ 💙👆💙👆💙👆💙👆💙👆💙
+ Ergamaa Gammachuu + Afaankoo bareera Maqaakee Wammachuu Naaf kottu Gabr’eel Ergamaa Gammachuu Ergamaa gammachuu Kan balleessu miira gaddaa Gammachuu dhala namaa Gabri'eel sirraattii maddaa Ergamaa nageenyaa Nageenya labsitu Waaqarraa ergamtee Abiddaa kan dhaabsitu! Ergamaa gammachuu Ati himaa oduu agaati Warraa nagaa dhabeef Gabri’eel ati Ergamaa nagaati! Ijoollee Waaqayyoof Araara kadhatta Warra rakkatan gargaruuf Ariifattee kaatta! Gaafa ergamoonni raafaman Waaqa Uumaa lallabdee Cimnee haa dhabbannu jechuun Angoo dabiloosii gadi-qabdee Oduu burjaajiif dukkana Ifa keetiin uwwistee Humna Waaqa keetii Olkaastee muldhistee Kadhannaa namootaa Fudhuuf si’i dursee kan dhufu Jecha Waaqa amanuu kan diduu Adabee afaansa kan cufu! Warra gaddee si waamu Gaddaa keessaa baasta Waaqa kan sodaatan Gargaaruf seefii ol kaasta Si’idha kan gargaare Ijoollee sadanii Warraa Waaqaa tolfamaaf Sagaduu didanii Waaqa uumaa isaanii Hin gannu jedhanii Rakkoo itti dhufuu Fudhachuuf fedhanii Nutoo hin sodaannuu Kana Abiddumasaa Waaqni itti ammannu Dhufee Keessa nu baasa Jedhanii Amananii Waaqatti of gaatanii Sodaa tokko malee Waaqayyoon eegatanii Ergamaan gammachuu Waaqa biraa ergamee Abiddaa kessaatti Dhufee isaan waalin argamee Abidichiis hin gubne Hin jiru wanti irra ga’e Ergamaa Gabre’liin Abidichiis bishaan ta’e! Kaanaf Ergamaan Gabriel Ergamaa gammachuu mitiree? Waaqa biraa ergamee Abiddaa bishanitti jijjiiree? Kanaaf Waa'eekee odeessa Calchisee arabnikoosi Gabri'eel si kan gargaaree Harmeesaaf Qiirqosi! Afaankoo bareera Maqaakee Wammachuu Naaf kottu Gabr’eel Ergamaa Gammachuu Baga Kabaja Ayyaana Guddicha Ergamaa Gabr’elii nagaan geessan! 2018 Dn Hundesa. https://youtu.be/SKzmIlf-7l8?si=ZFiB1kaY3ARcKSAc