Gaa'ela - Marriage 👨👨👧👧
СтатистикаBarumsa Gaa'eela channel keenya jalaatti argatu. 8.5.15
- Последний пост
- 26 мар.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 28
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#Gurbaa Finfinne jiraatu tokkotu intala jaalatuufi magaalaa Adaamaa jiraattu tokkotti jaarsummaa ergate jedhan. Warri intalaa ni didan. Sababni diduusaaniimmoo intala keenya ijaafuu hin amanne karaa hamma kana fagaatu Finfinnetti heerumsiifnee irraa fagaannee jiraachuun dandeenyu jedhaniitu jedhani. ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ #Torban lama booda Jaarsummaan biraa intalaaf gurbaa biyya Ingiliz jiraatu irraa ergamaaf. Maatiinis utuu ija hin sukkuummatiin gurbaaf tole jedhanii intalasaanii eeyyaman jedhan🤣. "Guyyaa sanaa kaaseetii biyyi Ingiliz Finfinne caalaa akka Adaamaatti dhiyaattu kanan bare!" Jedha seenaan ani dhaga'e😁 (Ergaa guddaa qaba mitire 😂) 👆 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
без подписи
без подписи
Surri kuni ergaa Guddaa qaba🥰🙏 . #Hiriyaan_Jaalalaa_kee: ~Macaafa qulqulluu kan dubbisu/stu ta'uu qaba ykn qabdi.
#Turtii ji'aa 4 boddee mana Hidhaatti Bahee. #Sababan Wangeela lallabeef qofaaf nan hisiisina Qesoonni Ortodoksii Jedhe Dargargoo Tasfamika'eel Wandimmu. #Turtii inni Rebuni Media wajjiin tasisee kunotti dhageeffadha. 🔴Hafuurri Qulquullun Mana Hidhaa keessatti Nan Jajjabeessa Turee 🤔 Qeeso... https://youtube.com/watch?v=Hc9emTToFvA&si=j5qZoz7pYXI-ARAI https://youtube.com/watch?v=Hc9emTToFvA&si=j5qZoz7pYXI-ARAI
#Namoota_5_jabeessii_qabadhu👌 ===================== ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ 1. Namoota mul'atakeef abjuukeef beekamtii laatan. 2. Haala mijataaf,hin mijanne keessatti namoota si wajjin dhaabbatan. 3. Namoota "riskii" si wajjin fudhachuudhaaf qophii ta'an. 4. Bakka ati hin jirretti waa'ee kee gaarummaa dubbachuurraa duubatti kan hin jenne. 5. Haala rakkisaa keessatti si qaqqabuudhaaf namoota fedha qaban. ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ #Namoota 5 irraa of eeggadhu👌 ==================== 1. Abjuuf mul'atakee danquudhaaf galgalaaf ganama kan hojjetan irraa. 2. Ilkaaniin kolfaan kan booll’a siif qotan irraa. 3. Yeroo ati barbaaddu otoo hin taane,yeroo si barbaadanitti qofa kan si argatan irraa. 4. Guddina kee danquudhaaf sababii warra barbaadan irraa. 5. Namoota wanti barbaachisaan hanga harka keerra jiru qofaatti si barbaadan irraa. ( Source: Kanan dubbise irraa) 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
#Umuriinkee 30 utuu hin guutin waantota barachuu qabdu gurguddoo 10n: ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ 1. #Yoo fagaattee balali'uu feete lukkuu utuu hin taane joobiratti firoomuu qabda, Namoota si caalanii wajjin oolta yoo taate milkaa'uun Akka danda'amu mirkaneeffatta. Kanaafuu : Namoota yaada qajeelaa Qaban kophaa hiriyoomfadhu. 2. #Yeroo umuriinkee 20 keessaa, Iccitiin kufaatii inni guddaan nama hunda kadhachuu Akka ta'e baruu qabda. Kanaafuu : Nama hundumaa kadhachuu irraa of qusadhu 3. #Waantota Namootni biroon hin beekne 100n lakaa'aman qabaachuu qabda, kunis Kitaaba keessatti argama. Dargaggootni baayyeen amala dubbisuu Akka hin qabne beeka, adda ta'uuf garuu dubbisuu qabda. Qaamni namaa Waan nyaatee akkuma mullisu sammuunkee ammoo bu'aa waantota dubbiseeti. Kanaaf: Man - kuusaa Kitaabaa qabaachuu qabda 4. #Amalli gadheen sin gargaaru. Dhuguun, xuuxuun, fedha fooniitti of gadhiisuufi kkfn si miidhu waan ta'eef akka diinota keetti irraa of eeggadhu! ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ 5. Qindeessuu barachuu qabda Tokkummaa, waliin hojjechuufi Wal jaallachuun milkaa'ina kee saffisiisu waan ta'eef yeroo dargaggummaakeetti kunneen kana qindeessuu barachuu qabda. 6. #Gargaarsa kadhachuu irraa of qusachuu Yeroo baayyee waan qabnu jejuufi kuuluu hin beeknu fknf waayee fayyaa keenyaaf, maatii keenyaaf, hiriyoota gaarii qabnuu, qarshii qabnuufi argachuuf jennuuf, hojii amma qabnu, filannoowwan gaggaarii of duraa qabnuufi kkf galateeffachuu shaakaluu qabna. Yeroo dargaggummaa yeroo hunda maatiin keenya waan nu Faana jiran nutti fakkaata garuu akkas miti ni hafu. Waantotni nuti qabnu bakka bu'ee (guarant) hin Qaban kanaaf waantota amma of harkaa qabdu ogummaadhaan gargaaramuufi jejuu barachuu qabda. 7. #Amala qusannaa horachuu qabda. Kunis salphaadha, shamarree yoo taate faashinii hunda Faana hin fiigin, dhiira yoo taate jaallatamuuf kabajamuuf jettee waantota haaraa hunda hin bitin sana goota taanaan jireenyakee miidhaa jirta. 8. #Gaaffii gaafadhu Hin beeku jechuun qaanii hin qabu. Namni waan hunda beeku hin jiru, hunda Akka nama beekuutti of hin miidhin. 9. #Rakkoowwan furamuu Qaban adda baasuuf carraaqi. Hawwaasa keenya keessa waantotni furmaata barbaadan hedduudha. Rakkoowwan ilaalchaa dabalatee sanaaf ati yeroo dargaggummaa kee sana barattee dhaloota dhufuuf fakkeenyummaa ta'uu baradhu. Sun aarsaa si baasisuus mala. 10. #Waantota hunda keessatti Ofiikee hin miidhin. Yeroo dargaggummaa waantota hunda al tokkichaan waan goolabdu sitti fakkaata, sunis goonkumaa waan hin danda'mneef utuu hin cabin suuta jechuu of barsiisi. Gorsa dargaggootaa kana hiriyoota jaallataniif #share godhaa! Galatoomaa (Eba Keneni ) =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
#Kitaaba_Addaa 🤔 Leexaa Gaa'ela Dhaabachuuf Qophoofteetta ? #Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baayyatu. Yoo jaalala Waaqayyoo ta'e Sadaasa 28 (Dilbata Waaree booda) sa'a 8:00 irraa eegalee eebba kitaabaan qaba. #Bakki eebbaa BURAAYYUU, GALMA BULCHIINSA MAGAALAA(Mana qopheessaa) keessatti. Hundumtuu afeeramtaniittu.
#Waa'ee digamuu Gaa'ela isaa yeroo dubbatu fullii inni durii suni jijjirame gaddaa guddaattu fulaa isaa calaqsiisa😔. Innis akkas jechun dubbate jira #Natti ulfaata😢 waan tokko tokko haasa’uudhaaf. Nama tokko duuba maatiitu jira, firoottantu jira. Wanti ani haasa’u nama miidhu qabaachuu danda’a waan ta’eef of eeggannoo guddaa barbaada. #Gaa’elli koo akkasitti xumurama jedhee yaadee hin beeku😢. #Gaa’elli salphaa miti. Namni siif bareera, firri siif bareera, waadaa galteetta. Gama kootiin akka inni baraaramuuf waan hunda yaaleera. 😢 Gaa'ela Koo Olfachuuf Hamma Humna Yaaleera 😭 Jedhe Waaqoo Geetachoo #... Video isaa argaachuf linki tuqaa👇👇 https://youtube.com/watch?v=hsVWKN_IWgg&si=5YixO7N1U8ebAAIB https://youtube.com/watch?v=hsVWKN_IWgg&si=5YixO7N1U8ebAAIB
❌ #Gaa'elli Iddoo itti ija Dunuunfatanii Seenanii erga keessa #lixanii banatan miti!🙅♀🙅 ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ #Baay'een keenya ija dunuunfannee itti seennee eenyummaa nama sanaa fi maalummaa gaa'ela sanaa utuu hin barin gaafa itti lixnee arginu, akka hin fudhanne kan nu taasisan ni jirra. #Gaa'elli gola nama beekan beekanii itti hin xumurre dha. #Dachee kana irratti namni iddoo itti walitti dhiyeenya dhiyoo qabu; akka barsiisa #kitaaba qulqulluutti immoo kan namoonni saala faallaa lama nama tokko ta'an gaa'ela keessatti dha. #Maarree, namoonni kun tokko haa ta'anii/jedhaman malee guyyaadhaa guyyaatti walii isaaniitiif haaradha, waan haaraa walii isaanii irraa baratu. #Gaa'elli mana barumsaa umurii dachee irra jiraannu keeessatti barataa jiraannu dha. Gaa'ela keessatti kan kabajamuu/eegamuu/kunuunfamuu qabu nama jaalannee waliin jiraannu utuu hin taane #gaa'ela qaama lamaan walitti hidhee jiru sana dha. ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ #Qaamni lamaan itti gaafatamummaa walqixa ta'e gaa'ela sana eeguuf/kunuunsuuf/tiksuu keessatti ni qabaatu. #Gaa'elli tokko kan diigamu yeroo namoota gaa'ela sana utubanii akka waliin jiraataniif kennameef keessaa tokko yookiin lamaan isaanii dirqama bahachuu qaban bahachuu dhiisani dha. #Gaa'elatti yeroo seenan ija dunuunfamaan; jecha jaalalli jaaamaa dha jedhamu waan dhugoomsu fakkaatuun itti seenamee guyyaa itti seename immoo ijji jaalalaa jaame banamu fakkaatuun erga keessa seenanii ija itti banatan miti. ❌ #Gaa'elli dhaabbata guddaa Waaqayyo dachee kana irratti saala faallaa lamaaf; dhiiraa fi dubartiidhaaf kenne dha. Gaa'ela nama jaalannutu nuuf kenna faallaa kanaa nama jaallannuuf kennina utuu hin taane #Waaqatu kenna. ( Source: Marriage_Counseling) 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
#𝚂𝚒𝚛𝚎𝚎𝚛𝚊_𝚆𝚊𝚓𝚓𝚒𝚗_𝙱𝚞𝚕𝚝𝚎𝚎_𝙹𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒𝚒 °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ ▣ #Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan. ▣ #Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan. ▣ #Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade. Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne. Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e. ▣ #Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera. Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee. ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ ▣ #Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen . ▣ #Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate. ◈Asirratti waantti hubatamu ▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱ #Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. #Boqonnaa sammuu namaaf kenna. Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. #Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a. 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
Baga Gammade Faar. Amoo❤️🥰 #Gaa'elli kabajaan yeroo dhaabatuu, waldaa kristaanaaf bu'aadha, biyyaaf bu'aadha. waaqayyoo nama hundumaarraa gaa'ela kabaja qabu fi ulfina qabu barbaada. #kanaafuu waaqayyoo gaa'ela kabaja godhee dhala namaaf kenne. Video cidha Gaa'ela isaa argaachu yoo barbadaan linki kana tuqaa 👉👉https://youtube.com/watch?v=qJ2XkTTaWoc&si=2pNFCw91Q0J5TqZw https://youtube.com/watch?v=qJ2XkTTaWoc&si=2pNFCw91Q0J5TqZw
#Waaqayyoo yeroo addaamiin uumee, addaam kophaa ta'uun isaa gaarii miti jedhee, kabajaan hewwaaniin kenneef. addaamis "amma #reefuu ta'e" jechuun kennaa waaqayyootti gammaduu isaa mul'ise. #Akkaatan gaa'elaa baruma sanaa eegalee harka waaqayyootiin gad-dhaabate. erga sanaa ittuma jira. gaa'ela kabaja qabu keessa waaqayyoo jira. abbaan manaa fi haati manaa erga wal fuudhani, isaan tokko jedhamu malee, lama hin jedhaman. #Gaa'elli kabajaan yeroo dhaabatuu, waldaa kristaanaaf bu'aadha, biyyaaf bu'aadha. waaqayyoo nama hundumaarraa gaa'ela kabaja qabu fi ulfina qabu barbaada. #kanaafuu waaqayyoo gaa'ela kabaja godhee dhala namaaf kenne. 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
#Dargaggoonni jecha LAKKI 🙅♀🙅jedhu barachuu qabu! ➖➖➖➖➖ ~ #Telegramidhaan kottu ni haasofnaa... Lakki❌ ~ Barnoota kee dhiisii walargina.... Lakki❌ ~ Si dhungachuun barbaada... Lakki❌ #Walqunnamtii saalaa si waliin raawwachuu barbaada... Lakki❌ ~ Durbummaa kee naaf kenni... Lakki ~ #Waan hojjechuun sirraa eegamu qofaaf eeyyee jechuu baradhu.... Iddoo sirrii hin taanetti lakki jechuun guddummaadha!🥰 LAKKI! ❌ Source; marriage counseling 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
DAAKKIYYEE FIDEEF dubbisi mee! #yeroo tokko obboleessa tokkotu fuudhu barbaadee ulaagaa kaawwate. ulagaa isaa kanaan #Google irra barbaaduu eegale ulaagaan isaas kan harmaan gadii ture, hojjaan ishee dheertuu mataan ishee adii miilli ishee qaqalloo daakaa danda'uu bira dabarteeyyuu kan #Bishaan keessaa hin baane jedhee Google irra gaafannaan Googlen DAAKKIYYEE fideef jedhama. #waanti nuti offii keenyaan barbaadannuu nu miidhuu qofa miti uumamaa alayyuu nu baasaa adaraa ana malee waa hin godhattan jedhameera waan isin barbaachisu karaa Kiristoos Yesuus #waaqayyoon gaafadhaa galatoomaa. ( Iyyoob Yaadata)
#QAFQAFA_JAALALAA_3 Ani kireeffadheen mooraan ala jiraadha. Isheen immoo digirii jalqabaa baratti, mooraas teessi. Amma jaalala ho’aa keessa jirra! “Sin jaalladha!” jedhee otoo ani hin xumuriin, “Kankootu caala!” naan jetti. Otoo kanumaan jirruu #gaaftokko bilbileen doormiidhaa waame. Egaa jaalala keessa ba’ee isa onnee nama raasudha waan ta’eef, akkuma isheen na bira geesseen itti marmee dubbiseen gara hiriira taaksii isa ‘Araat Kiiloo’ irraa gara Faransaayi geessu irra dhaabbanne. Kan walii galle, Mooraa Leencaa (Ambesssaa Gibbii) seennee laaqana nyaachuuf ture. #Achuma hiriirarra dhaabbadheen dubbii barbaade. Maaliif akka ta’es hin beeku. “Har’a manakoo deemna!” jedheen jalqabe? “Namni maal ta’ee? Har’ammoo waanuma jettee hin beekneen qoostaa?” jette seeqachaa! Qoosaa waanan jiru itti fakkaate. Nyaara guureen “Dhugumakoon jedhaam!” deemuu qabnan jedheen. #Falmii daqiiqaa muraasaan booda, “Ani manakee deemuu hin danda’u! Dhiifama, nagaan turi!” jettee gara doormiisheetti kaatikaa! “Hin qaanoftuu? Asitti na gattee deemuufii? Tole koottu bakkuma dhaquuf turre deemna!” jedheen ishee deebise. Akka taaksii seenneenis “Maal ati gaaf-gaafimmoo hin mo’amtuu?” jennaan calliste akka nama deebii dhabee! #Lafa laaqana nyaannu geenyees nyaata ajajanne! Hamma nyaanni ga’utti harkashee lamaaniin harkakoo lamaansaa qabdee ijakoo keessa na ilaaluutti kaate. Itti fuftees, “Egaa manakee deemne haa jennu! Isa boodahoo?” naan jette. “Nyaata hojjetannee nyannakaa!” ani jennaan “Achiihoo?” naan jette. Ittuma fuftees “Maaliif gammachuu yeroo xiqqootiin gadda bara dheeraa dabalatta?” naan jette. Afaanuma na qabachiifte! “Yeroof gammaduu dandeenya ta’a garuu, gochaan yeroosaa malee ta’u uumaa waliin walitti nu buusa! Uumaan nutti gaddinaan immoo gammachuun keenya gaddatti jijjiirama!” jettikaa! Gorsatti gadi-teessebboo! Nyaata gaafasiillee ishumatu nyaate irra caalaasaa 😂 Nan-dhiise, na mo’atte, na araarfatte. Gatii laaqanaa na kaffalchiisteetu ice cream na afeerte…. 👇 'Jaalallee akkasitti si mo’attu yoo siiif kenne male, garri manaa qorumsadha! Manarraa fagaadhaa ijoollonni😂. Gammachuu yeroo gabaabduutiin gadda bara dheeraa hin bitatiin siin jechuufani afaanumasheerraa fuudhee! Guyyaa gaarii! Maddaa: (Dr. Oluma) 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
без подписи
"If you're not happy, single, you're not going to be happy, married." ( #Nick_Vujicic)
#Gaa’elli_Maalii?🤔 ━━━━━━❣━━━━━━ @Christian_Marriage7 ━━━━━━❣━━━━━ =========== 1. Dhaabbata #Waaqayyo Hundeessedha. Dhaabbatni gaa’ela dura dhaabbate tokkollee hin jiru. Uma. 2:18…Namichi kophaa isaa ta’uun gaarii miti kan akka isaatii kan isa gargaartu ani isaaf nan tolcha jedhe 2. #Dhiirri tokkoo fi dubarri tokko kakuun tokko ta’uudha. Gaa’elli Waaqayyo dhaabe kan dhiira tokkoo fi dubara tokko gidduutti raawwatuudha.Gaa’ela saala wal fakkaataa gidduutti raaawatamu Waaqayyo ni ciiga’a. Uma 1:27…Akka bifa waaqayyootti isa uume, dhiiraa fi dubartii isaan uume. His. 16:8 kakuu waldaa kristaanaa fi Kristoos giddu jiru kan mulisuudha ykn dhirisaa misiroof misiriitti . 3. #Hanga du’aatti kan waliin jiraataniidha. Gaa’ela waaqayyo dhaabe du’a malee homtuu gargar hin baasu. Sababnisaas kan waaqayyo tokko godhe namni gargar hin baasiin waan jedhuuf. Mar. 10:9 Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise namni gargar hin baasiin isaaniin jedhe. 1Qor. 7:39 Haati manaa amma abbaan manaa ishee jirutti seera #gaa’elaatiin isatti hidhamtee jiraatti. #Gaa'elaa fi #Maatii. =================== Itti fufa... Madda:kdi 👨👩👧👦 👨👩👧👦 👨👩👧👦 Share gochuu hin dagatinaa! =========❤️============== Gaa'ela Eebbifamaa Waaqayyoo isiniif haa Kennu.🥰 =========❤️============== 👨👩👧👦 @Christian_Marriage7 @Christian_Marriage7
#Gaa'ela dura lolaa borcaa ooltanii dhuftanii 'medrekii' hin xureessinaa. Jaarsa waldaa kan 'yeroo #kaadhimummaa keessaniitti qulqullummaan turtaniittuu?' jedhee isin gaafatu sana sobuu ni #dandeessu; haa ta'uu malee fuula Waaqayyoo isa hundumaa arguu dura dhaabbachuu keessan hin #dagatinaa! 😢 #Waldaan iddoo daakkaa bishaaniitii miti kan hunduu itti lixee daaku.😭 Waldaan iddoo itti qaama dhiqataniidha kan #cubbamaan hunduu dhufee itti dhiqatu. #Waaqayyoo waaqa araaraati.😪 Video dhima kana irratti hojjetame dhageeffadha 👇👇 🔴Guyyaa Qullaa Deemu (😭Gaalamootni namoota hedduu kolaastee jirti) https://youtube.com/watch?v=vSyB-_Tpmmg&si=ESC7tdROtqkWEEKi