- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 214
- 1/48двое суток
- 245
- 1/72трое суток
- 264
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Namoonni Me pass hojjechaa turtan kan gurgurachuu feetan amma asiin na quunnamtanii gurgurachuu dandeessu. ✍️ @Dani0l1
Namoonni telegram chanalii 28k ta'e bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
#Kana_Beektuu_laata? *** 1.Gosti midhaanii dursee beekame atara. 2.Kibba chaayinatti shaayii mi'eessuuf sukkaara osoo hin taane soogidda fayyadama. 3.halluun #Coca_cola magariisa yoo tahu erga keemikaalli itti dabalameen booda gurraacha'a. 4.Jaarman keessatti sareen hundi taargaa(lakkoofsa gabatee) qabdi. 5.Addunyaa irraa biyyi mana poostaa baay'ee qabdu hindiidha. 6.Maallaqni kan tolfamu waraqaa osoo hin taane jirbii fi naayiloonii irraayyu. 7.Waraana addunyaa 2ffaa irratti biyyoota 52tu hirmaate. 8.Rifeensi namaa bona caala waqtii gannaa daddafee guddata. 9.Giriikonni jecha dimookiraasii jedhu waggaa 2500 dura fayyadamuu jalqaban.Ta'uus Biyyoota dimookiraasii dhabuun rakkatan keessaa Giriikiin ishee tokko. 10.Dubartoonni Gibtsii durii umrii isaanii tokko jedhanii kan lakkoowwatan gaafa heerumanii ka'aniiti. 11.Namoota lootoriin baheef ulfaatinni isaanii sa'aatii 24 keessatti dabala. 12.Dooniin Faardinaand Maajelaan ittiin lafatti naanna'e #Viktooriyaa jedhamti. 13.Addunyaa irraa guyyaatti namoota 259,200tu du'a. 14.Namni makiinaa uffataa uume,uffata dhabee du'e. 15.Daadhiin wayiinii xiqqeessanii yoo dhugan dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa ni ittisa. 16.Namoonni hedduun kan du'an naannawaa guyyaa dhaloota isaaniiti. 17.Xiyyaarri Booyingii 787 yeroo jalqabaaf kan balali'uu eegale 7/8/2007 ykn 7/8/07ture. 18.Jechi ingiliffaa #set jedhu hiikaw 463 ol qaba. 19.Mootummoonni Ameerikaa harka namaatti ajjeefaman hundi guyyaa jimaataa ajjeefaman. 20.qorattoonni xiinsammuu akka jedhanitti namni yeroo sobu fuula gara bitaatti naanneessa ykn gara samii ilaala. Maddi: Ye Ewuket Mahder volume 1 @baacoowwan
без подписи
#makmaaksa_Oromoo ✍Leenca humnaan roorrisu, qamaleen malaan ajjeefte. ✍Lukkuun biyya hin qabdu, bakka bultu hin dhabdu. @makmaaksa
#makmaaksa_Oromoo ✍ "Namni dhukkubsataa manaa qabu du’a gahii namaa hin oolu!" ✍ "Haadhaa fi adurree hin dhaanan!" @makmaaksa
#makmaaksa_Oromoo #kutaa_2ffaa 8,Namni waa sadi qabaatun tola ☞Sammuu qabaatun tola ☞Amala qabaatun tola ☞Amantii qabaatun tola 9,Waa sadi irraa waa sadi fokkisaadha. ☞Qurcii irraa qubeen fokkisaadha ☞Hiyyeessa irraa moorri fokkisaadha ☞Hayyuu ykn beekaa irraa kijibni fokkisaadha 10,Jaarsi waa sadi jaalata ☞Abdii jaalata ☞Aduu jaalata ☞Oduu jaalata 11,Gowwaa waliin dhalchuun sadii gubatuudha ☞Isa namarraa eeyda ☞Nama isarraa eeyda ☞Ofii kee irraa of eeyda 12,Waa sadi facaasanii guurun nama rakkisa. ☞Xaafii, @ kijiba fi yaada 13,Keessummaa Waa sadihiin simatu. ☞Erbee rifeensa hin qabne (fuula gaari) ☞Lafee foon hin qabne(ilkaanin) itti kolfuun ☞Foon lafee hin qabne ykn arraba waan gaarii dubbatuun. 14,Waa sadi irraa waa sadi eegan booda isumaan eegan. ☞Waraabessa harree irraa eegan booda isumaan eegan. ☞Dargaggeessa dubra irraa eegan booda isumaan eegan. ☞Ilmoo qabeenya irraa eegan booda isumaan eegan. ✓ @baacoowwan
#Mammaaksa_Oromoo Kutaa 1ffaa 1,Waa sadi irraa waa sadi hin eegan ☞Hiyyeessa boonu irraa durummaa hin eegan ☞Lola gowwaa irraa araara hin eegan ☞Dhibee dulluma keessaa irraa fayyaa hin eegan. 2,Waa sadi waa sadiitu mi’eessa ☞Nama du’e awwaalatu mi’eessa ☞Intala dubraa heerumaatu mi’eessa ☞Keessummaa galaatu mi’eessa 3,Waa sadi dulluma quba hin qaban ☞Qeensa ☞Rifeensa ykn dabbasaa ☞Qalbii ykn lubbuu 4,Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti. ☞Durummaa abbaatu kadhata; hiyyummaan ofumaa dhufti ☞Fayyaa abbaatu kadhata dhibeen ykn duuti ofumaa dhufti ☞Ulfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti 5,Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata ☞Yoo lafa qotu adurree fakkaata ☞Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata ☞Yoo iyyu maraattuu fakkaata 6,Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata ☞Yoo areeda laalan sheeka fakkaata ☞Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata ☞Yoo hobobsu maraattu fakkaata 7,Tiitisni waa sadi fakkaata ☞Bifaan kanniisa fakkaata ☞Waa balfuu dhabuun waraabessa fakkaata ☞Iddoo arge qubachuun kashlabbee fakkaata #itti_fufa @baacoowwan
без подписи
без подписи
без подписи
#makmaaksa_Oromoo ✍️"Leenca humnaan roorrisu, qamaleen malaan ajjeefte." ✍️"Lukkuun biyya hin qabdu, bakka bultu hin dhabdu." #Mammaaka_Oromoo @makmaaksa
"Fuuluma qabaanin nama ilaalu" jette qalameen jedha Oromoon @makmaaksa
#makmaaksa_Oromoo "Aduurreen boriif yaaddu hantuuta rimaa hin nyaattu"🤔🙄 jette haati Raffisaa. @makmaaksa
#Hibboo "galgala ciisee bula ganama dhaabbate si eega" maali inni? Dafaa deebiisaa komentii irra kaahaa @makmaaksa
#makmaaksa_Oromoo ✍️"Akka ati harree bittee galtu Yommuu dhudhuufaa manaa baate naaf gale" jette jaartiin. #Mammaaka_Oromoo @makmaaksa
⏩Namoonni chanalii 4k ol qabu bitachuu barbaaddan na qunnamaa 👉 @Dani0l1
#makmaaksa_Oromoo "Dhirsa kijibaa niitiin garaa keessatti ajeeffatti." Je'an. @makmaaksa
#makmaaksa_Oromoo 🪢 "Daakkataniif hin marqatan, dharra`aniif hin argatan." Jette haati Birqee. @makmaaksa
#makmaaksa_Oromoo "Qaaman dhiqadha" jedhee, sooqiddi bishaan keessatti hafe. #makmaaksa_Oromoo @makmaaksa