tgindex
Dr Birbo Chala

Dr Birbo Chala

Статистика
@DrBirbochalaанглийский

This channel is created mainly for medical related discussion by our great language Afaan Oromoo. Lets make Afaan oromoo a medical language. This language deserves morethan this!

Последний пост
4 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 049
+5 за 5 дн.
Сутки
+1
+0,05%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
3 187
21 постов
Вовлечённость
155,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
914
1/48двое суток
1 047
1/72трое суток
1 129

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 4 авг.805101

    Yeroo daqiiqaa muraasan lakkaawamtu keessatti waan waggaa meeqa itti dhama'anii horatan dhabuu caala waan nama Naasisu jiraa? Obboleessi keenyi asii gaditti mul'atu kun Obsaa Biraanuu jedhama. Mucaa qotee bulaa Carraaqee jiruu isaa fi maatii isaa jijjiiruf halkanii guyyaa hojjatuudha.Waaqnis isa milkeessee jiruu isaa fooyyeffachuuf dhagaa bu'uuraa xinnoo ishee lafa kaayyatee ture.Magaalaa san keessatti suuqii fooyyee qabu qaba ture.Achuma bukkeedhaammoo mana miizzanaas qaba ture.Midhaan bita. Guyyaa dheengaddaa balaan Ibsaa Aanaa Sabbata Awaas Magaalaa Kallachaatti halkan keessaa sa'aatii 7:00 muudatee ture. Balaa sanaanis qabeenyi Obboleessi keenyaa kun guutummaatti barbadaa'e.Balaan kun halkan ta'uun isaa ammoo namnii fi qaamni dhimmi ilaallatullee birmateefii rakkoo kana hambisuun akka hin danda’amne taasise.Kanumaan Qabeenyi isaa guutummaatti gubatanii dhuman. Qabeenyi gubates meeshaa suuqii isaa keessa jiru guutuu,Midhaan inni bitaa ture guutummaa isaa fi Even Xaa'on qonnaallee kuntaala hedduun keessa akka jiru nutti himan. Walumaagalatti qabeenya naannoo Miiliyoona 2.5 kan ta'u daqiiqaa muraasa keessatti dhabee taa'e mucichi.Namni kun nama haadha manaa fi daa'ima qabuudha. Balaa yeroo xinnoo tana keessatti uumamteen qabeenya kana hundaa dhabe. Kanumarraa kaanee Obboleessa keenya kana waan humnaatin otoo deeggarree yaada jedhuun gama keessan fide. Loomin shantama nama tokkoof ba'aa nama shantamaaf birqii akkuma jedhamu sana otoo hin tuffatin waan humnaatin namni namummaan isinitti dhagahamu Account armaan gadii kanaan mucaa kana akka deeggartan waamicha obbolummaa isiniif goona. CBE-1000785499402 Obsa Biranu and Bedada Ararsa & Bilisa Biranu

  • https://youtu.be/WUwT0HI5WaQ?si=aO8-KrN6mz9Mcf2Z

  • 19 июл.2 2083

    Vacancy at Wirtu Medium Clinic (Reposted) Profesion-Lab Technician Quantity-1 Requirements 1.Expriance - 2 year and above 2.Active professional licence 3.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory) 3.Gender-both Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity Salary-Atractive Vacancy posted on 12/11 18EC(July 19,2026) Deadline-19/11/18) To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram! Good night!

  • 12 июл.2 60879

    Vacancy for Lab Technician and MRT at Wirtu Medium Clinic Vacancy 1 Profesion -1 -Lab Technician Quantity-1 Requirements 1.Expriance - 3 year and above 2.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory) 3.Valid professional licence 4.Gender -both Vacancy 2 1.Profesion-MRT 2.Expriance -6months and above 3.Gender both Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity Salary-Atractive Vacancy posted on 12/11 18EC(July12,2026) Deadline-20/11/18)(July 20,2026) To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram! Good night!

  • https://youtu.be/TOgMo73krxw?si=tePTUzD6B37SZYyu

  • 8 июл.1 484

    https://youtu.be/UUuFWlh4Y9s?si=cJl7Eaer8w8yd3x9

  • 5 июл.2 520104

    Dubaroonni Depo fayyadamaa jirtan ykn karoora qabdan ilaalaa👇👇 https://youtu.be/qhIZ3CP4is4?si=xr90PrjYu_juscx5

  • 31 мая6 0181817

    Full medical equipments for Medium Clinic for sale!!!! 1. oxygen concentrator 2. Patieant Bed with mattress  =2 3. Iv stand =2 4. Duty bed 5. Lab. Shelf (metalic) 6. Folder shelf 7.minor set 8. Delivery set 9. OPD table = 4 10.OPD chairs 11. Patient waiting benches =4 12. Bed screen 1 13. Examination coach =2 14. Trolley -1 15. Drum 2 16. WBC chamber 17. Diff. Counter 18. H/G machine 19. Balance 20. torch light 21. Otoscope 21. Autoclave (dry) 22. BP apparatus (digital and manual) 22. centrifuge Any one who is interested can contact 📞0940498285

  • 25 мая6 938146

    Vacancy at Wirtu Medium Clinic Profesion-General Practitioner Quantity-1 Requirements 1.Expriance - 2 year and above(private institution Exprience is preferable) 2.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory) 3.Basic Obstetrics Ultrasound skill (preferable but optional) 4.Good communication skill Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity Salary-Atractive Vacancy posted on 17/9 18EC(May 25,2026) Deadline-25/9/18) To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram! Good night!

  • 23 мая3 03231

    https://youtu.be/9rnkgmbwOR8?si=RHKxzoCbLstmPcg-

  • 16 мая3 699211

    Update! Hordoftoonni keenya akkasuma Maamiloonni kilinika G/G Wiirtuu baga jiraattan jechaa kana dura yeroo gabaabaaf tajaajila yaalaa halkanii jidduudhan sababa wayiif addaan citee kan ture ta'uun isaa beekamaadha. Haa ta'u malee guyyaa kaleessaa irraa eegalee Tajaajila sa'aa 24 tti(halkan guutuu) kan deebine ta'uu isin yaadachiisuu barbaanna. Kanaafuu sa'aa kamittuu Kilinikni Wiirtuu tajaajilaaf banaa ta'uu isin yaadachiisuu feena. Halkan gaarii!!!! Kilinika G/G Wiirtuu Teessoon Magaalaa sabbataa dhaaba taaksii duraanii duuban gara lixaatti argamna. 👉09-57-78-80-03

  • 15 мая2 105

    @Wirtu Medium Clinic @Dr.Tujo D... https://vt.tiktok.com/ZSxRcAf44/

  • https://youtu.be/iUjiIV9UNws?si=6ChaWjV0ZANT58Qc

  • 19 апр.3 5061

    https://youtu.be/Nvf8r3gTRYY?si=Oi4cp1SYujFnYe8A

  • 12 апр.3 38661

    Viidiyoo daawwatamuu qabu👇👇 https://youtu.be/OTQBYqgrbcA?si=-fkGdVwo6O8c9yW8

  • 12 апр.2 10992

    Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hunduu Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyesuus Kirstoosiin isin ga'e! Ayyaana gaarii siiniif yaa ta'u! መልካም የትንሳኤ በዓል፣ መልካም ፋሲካ! Happy Easter!!! Kilinika G/G Wiirtuu

  • 7 апр.3 62983

    https://youtu.be/dWe6fv9COS4?si=cYjkHgzI0MP2bm8r

  • 25 мар.6 71346

    Vacancy for Laboratory Department! Profesion -Lab Technician Quantity-1 Experience-6 months and above with active license Salary-Atractive Place of work -South West shoa,Tulluboolloo town! Anyone who want to apply can contact 👉0941784490

  • 19 мар.3 285121

    Baga geessan isiniin jedha manni yaalaa keessan Kan ta'e Kilinikni G/G Wiirtuu!!

  • 12 мар.4 397310

    Vacancy at Wirtu Medium Clinic!! 👉Gita hojii-Reception(Kutaa simannaa) 👉Sadarkaa barnootaa-Level 4 fi isaa ol(Accounting yoo ta'e gaaridha) 👉Muuxannoo- Baatii 6 fi sanaa ol 👉Saala -Dubara 👉Afaan Oromoo fi Amaariffa haalan kan dandeessu 👉Computer skill hanga tokko kan qabdu 👉Dandeettii nama waliin waliif galuu gaarii kan qabdu Ulaagaa kana kan guutu 👉👉09-57-78-80-03 irratti nuuf bilbilaa ykn telegram irratti document barnootaa (cv) nuuf ergaa!!