tgindex
Ergaa Jaalalaa

Ergaa Jaalalaa

Статистика

Ergaa Jaalalaa Jaalallee keetiif Jaalalli Kennaa Rabbiiti. Jechoota Jaalalaa Mimmiidhagoo asii ni argattu. Nu hordofaa https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
4 969
+4 за 4 дн.
Сутки
+3
+0,06%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 142
22 постов
Вовлечённость
23,0%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 22
Упоминаний
9
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
75
1/48двое суток
85
1/72трое суток
92

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • 13 авг.4удалён 14 авг.

    без подписи

  • 13 авг.21удалён 14 авг.

    без подписи

  • 🔸Bot Kun Habesha Farmer l jedhama. 🔰Nama affeeruu fi task hojjechuun kaffala 🔸Task 1 yoo hojjettan birrii 25 kenna 🔰Nama 1 yoo affeertan birrii 2 argattu 💸 Kaffaltii keessan karaalee gadiitiin fudhachuu dandeessu 🔸Telebirr 🔸CBE 🔸Binance 🔗 Eegaluuf 👉 https://t.me/Habesha_farmerbot?start=5204557115 https://t.me/AmuTechn https://t.me/AmuTechn

  • 💲 Qarshii karaa online hojjechuu warri barbaaddan qofaaf Yoo Telegram irratti Active taatan guyyaatti Qarshii 500+ hojjettanii karaa Telebirr yookaan karaa CBE Withdraw goochuu dandeessu. Step kana sirnaan hordofaa 1️⃣ Bot kanaa gaditti argitan Start godhaa https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192 2️⃣ Channel warra siniif dhufan tokko tokkoon Join goochuun Verify membership kan jedhu tuqaa 3️⃣ Yoo channel qabaattaniifi kaayyoon keessan qarshii argachuu ta'e I want to Earn Money kan jedhu tuqaa. 4️⃣ Bilbila keessan Verify Godhaa. 5️⃣ Channel yoo qabaattan My channels jala seenuun Add godhachuu dandeessu. https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192 ✅ Step kanneen sirnaan yoo xumuurtan akka xumuurtaniin Qarshii 1 ETB akka bonus tti siniif kennama. 👱 Nama tokko yeroo affeertan Qarshii 1 ETB siniif laatama.✅ https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192 🔗https://t.me/AmuTechn ⭐ 🔗https://t.me/AmuTechn ⭐

  • Airdrop haaraa 67 jedhama Airdrop gatii guddaa baasu jedhamee eegamaa jira. Hundeessaan Telegram @monk hojii kana duuba jiru. Booda gaabbuu irra amma hojjechuu yoo jalqabdan isiniif wayya. Jalqabuuf👇 https://telegram.me/sixsevenclub_bot/app?startapp=ref_26e83b11 https://t.me/AmuTechn https://t.me/AmuTechn

  • 10 мая1 8432414

    Bareedinni uumaa Haala kee si tolchee Dub𝗮ra hunda kee𝘴saa Si qofa bareechee Daraarsituu 𝘬iyyaa Biqiltuu  egeree Jireenyi koo simalee Beeki akkan jirree Sukkaree 𝘬oo boontuu Yaa sh𝘰𝘯koora aalaa Na duraa sin nyaatin Bineensi jaalalaa Kuullee bareedinaa 𝘣𝘢𝘳𝘦𝘦𝘥𝘥𝘶𝘶 ija kuulaa Sammuun kan koo S𝘪ma yaadaa bulaa 𝘓𝘶𝘣𝘣𝘶𝘶 𝘬𝘪yya jirtaa Yeroo wal jaalalaa Bultii wajjiin  𝘪jaarree Taphachaatuu bullaa Dhoosee sin 𝘢garsiisuu Keessa onnee kiyyaa Hundasaa siif kannee Fudhu qaama kiyyaa Wal-irraan fagaannuu Waliif nu uume rabbii Erga wal-argannee Kan namaa dhiisi dubbii Sesseeqii taphadhuu Gamakoo as hiiqii Onnee kan kee keessaa Dhiira biraa haqii https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • 31 мар.1 833145

    "adaraa akkan jaalladhu itti naaf himaa!" jettee utuu fiigduu balaa konkolaataa duute. seenaa jaalala dhugaa. "mucaan Kun ilma hiyyeessaati , jireenyi isaa nuyi hin madaalu. nuti kan barbaannu ilma sooressaa akka keenyaatti SI heerumsiisuudha. kanaafuu hariiroo Isa duukaa qabdu dirqama dhaabuu qabda!" ittiin jedhanii yeroo hundaa maatiin ishee ishee rakkisu. Iftuun garuu jaalala dhugaan dhugaatti waan Isa jaallatteef: irraa adda ba'uu mitii; daqiiqaa tokkoofuu ija ishee duraa Isa dhabuu hin barbaaddu. innis sababa isheef jedhee guyyaa sadii maatiin ishee nama itti bitanii Isa reebsisaniiru. keessattuu guyyaa tokko"du'eera " jedhanii dhiisanaan biyyoo arraabee ka'ee. isheenis gocha kana Isa dhageesse baay'ee naate; ergasii jaalalli isheen isaaf qabdu garmalee daddabalaà dhufe. guyyaa tokko jaalala isaaniitti duulli baayyannan maal gochuu akka qabna waliif galan . innis Qubeelaa itti gochuudha. hirriyyoota ishee kan jaalala isaaniitti gammadaniifi hirriyyoota isaa waliin iddoo tokkotti ceremony qopheessuun qubeelaa itti godhate. yeroo qubeelaa kana itti godhatu Waadaa isaan waliif galan baay'ee ulfaata! akkuma isheen qubeelaa sana godhattee galteen abbaan ishee Isa irratti arge baay'ee aaree akkas jedhe" utuu Ani SI hin ajjeessiin dafii mana kanaa bahi! yoo as deebuu barbaadde; qubeelaa quba keerra jiru kana darbadhuu irra buusii kottu! kanaa achi ija koon SI arguu hin barbaadu." jedhe. Haati ishees baay'ee aartee itti dheekamte. isheenis " jireenyaaf mana keessan keessaa na baasuu dandeessu. garuu dhugaa tokko sinitti hima qubeelaa kana Yoon du'e malee ofirraa hin baasu" jette. Abbaan ishee jecha isheetti aaree mana baasee Magaalaa keessa utuu ishee ari'uu daandii qaxxamuruuf daandii walakkaa akkuma geesseen konkolaataan rukkute! achii kaasanii akkuma mana yaalaa geessaniin lubbuunshee darbuuf yeroo jedhu akkas jette " adaraa jaalala koo isaa dhugaa Ani isaaf qabu itti naaf himaa; qubeelaa koos narraa hin baasiinaa!" jettee hafuura ishee dhumaa baafatte. Jaalala dhugaa jechuun kana! Onnee qulqulluu irratti malee ; haalaaf qabeenyarratti hin hundaa'uu. Nama jaallattu tokko dhugaan jaalladhu! Jaalalli dhugaan yoomiyyuu gaabbii hin qabuu. https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • 31 мар.1 27754

    Ergaa jaalalaa Fagootti  mullata Bakki ati jirtu Akka ji'a goobanaa Si ilaala hundumtuu Kan siwaliin wal arge Dhugaan carra qabeesaa Inni si argate Dachaadha milkiinsaa Milkiirraa milkiitti Achi tarkaanfata Akkuma oolee buluun Gammachuu dabalata Namni si argate Yaadaaf gadda hin qabu Otuu at isaaf jirtuu Tasa qalbii hin cabu https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • 31 мар.1 22775

    #Anaaf_Atii_Waliif....... Gaafa gaddaaf gammachuu Yoo hirmaatte Na faana Aniif Atii Yoomiyyu Waliif gaachana taana Gaafani madaa baadhee Qofaa koo kulkulffadhu Akkan miidhamee jiruu Natti hiiqii naaf hubadhuu Malee natti hin murteessin Murtoo Halaaf halaalaa Waaqni bifa oso hin taane Yaada garaa ke ilalaa Arrabaan nattii kuulaa Dudduubaan Na hamatte Balbalan seenuu malee Ofii hin seenin banatte Yeroo na bira jirtuu Harka keen na hammatte Yoo narra hiiqxe garuu Hin cabsiin na hamattee Yoo ofii nyaachuu deemtuu Mana laazanyaaf keekii Akkan daadii gubbaarra Beela'a jirus beekii Summii waliif bituurra Yoo waliif taanee dawaa Arraba qofaa mitii Hojiinis taanee cawwaa Maqaa koo gurguruudhaaf Yoo fuutee deemte gabaa Anuma qofaa hin se'iin Situu na waliin cabaa #Garuu Naaf Atii waliif luka Wal faana waliif tolla Dhiibbaas ta'e dhiibamuu Wal faana waliif lollaa Ati erga nama taatee Namatuu namaaf fala Waliin keesaa darbina Malee hin darbinu wal jala  https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • 26 мар.9177из GolaOromiyaaa

    1. Gola Oromiyaa        🔗@GolaOromiyaaa 2. Kana Beektuu        🔗@KanaBeektuul 3. Madda Seenaa        🔗@Maddaseenaa 4. Kitaabilee Xinsammuu       🔗@KitaabileeXinsammuu 5. Qoraasuma Media        🔗@QoraasumaMedia1 6. Furtuu Kaayyoo        🔗@Furtuukaayyoo 7. Abjuu Egeree        🔗@AbjuuEgeree 8. Jecha Beektotaa        🔗@JechaBeektota 9. Afoola Oromoo        🔗@AfoolaOromooAO 10. Asoosama Afaan Oromoo        🔗@AsoosamaAO 11. Ergaa Jaalalaa        🔗@Ergajaalalaa

  • 20 мар.1 1766из Maddaseenaa

    Jechoota wareegamtoota Oromoo muraasa 1. ''Namni seenaasaa hin beekne bishaan gabateerraati, gara argetti jallata''   Ebbisaa Addunyaa 2. ''Gabrummaarra duuti bilisummaadha''   Elemoo Qilxuu 3. ''Qawwee dandeenyu haa tolfannu, qabeenya qabnuun haa bitannu, dadhabnu diina keenyarraa haa hiikkannu''    Jaarraa Abbaa Gadaa 4. ''Uummanni Oromoo barachuu qaba; lammiin barate ammoo mirgasaaf falmata'' Jeneraal Taaddasaa Birruu 5. ''Gabrummaa dandeennu hiddaan biqqifna, dadhabnu ilma itti guddifna''   Waaqoo Guutuu 6. ''Duutii koo du'a gootaati. Dhiigni kiyyaa dhiiga bilaash dhangala'e miti. Dhiiga saba kiyya bilisoomsuuf dhangala'ee dha''   Maammoo Mazammir 7. ''Ofumaa dhamaatu malee ana rasaasni na hin danda'u''    Agarii Tulluu https://t.me/Maddaseenaa https://t.me/Maddaseenaa

  • 20 мар.1 10485из JechaBeektota

    𝗝𝗘𝗖𝗛𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗕𝗘𝗘𝗞𝗧𝗢𝗧𝗔𝗔 ====================================== 1. “Dargaggeessi har’aa hogganaa boruuti; of qopheessi!” — Nelson Mandela 2. “Abjuun kee guddaa haa ta’u; yaaliin kee hin dhaabbatin.” — Barack Obama 3. “Yoo of amante, wanti hin danda’amne hin jiru.” — Muhammad Ali 4. “Kufaatiin dhuma miti; jalqaba barnootaa ti.” — Winston Churchill 5. “Hojii kee jaaladhu; milkaa’inni si hordofa.” — Steve Jobs 6. “Rakkoon si mudatu si cimsuuf dhufe malee si cabsuuf miti.” — Nelson Mandela 7. “Yeroo amma fayyadami; yeroo darbe hin deebitu.” — Benjamin Franklin 8.“Yaaliin tokko milkaa’inaaf tarkaanfii jalqabaa dha.” — Thomas Edison 9. “Dargaggeessi of amane addunyaa jijjiira.” — Napoleon Bonaparte 10. “Hojii jabaan carraa uuma.” — Thomas Edison 11.“Namni of hin jijjiirre jireenya isaa hin fooyyessu.” — Albert Einstein 12.“Abjuu kee hordofi; namni biraa si hin bakka bu’u.” — Tony Robbins 13.“Dargaggeessi yeroo isaa sirnaan fayyadamu mootummaa boruu ijaara.” — Haile Selassie 14. “Gammachuun hojii gaarii irraa dhalata.” — Mahatma Gandhi 15. “Milkaa’inni kufaatii keessaa dhalata.” — Winston Churchill 16. “Ofitti amanamummaan furtuu milkaa’inaa ti.” — Ralph Waldo Emerson 17. “Dargaggeessi hojii jalqabe hin sodaatu.” — Bill Gates 18.“Yoo yaadde ni dandeessa; yoo dandeesse ni milkoofta.” — Henry Ford 19. “Yeroo hunda of fooyyessi; bor si galateeffata.” — Confucius 20.“Rakkoon carraa keessa qaba; ilaaliitii fayyadami.” — John F. Kennedy 21 “Dargaggeessi hojii isaatti jabaate mootummaa ijaara.” — Haile Selassie 22.“Jireenya kee jijjiiruuf, yaada kee jalqaba jijjiiri.” — Albert Einstein 23. “Abjuun kee yoo si sodaachise, sirriitti guddaa dha.” — Steve Jobs 24. “Dargaggeessi of irratti hojjatu mootummaa isaa ijaara.” — Nelson Mandela 25. “Hojii jalqabuu qofatu gara milkaa’inaatti si geessa.” — Mark Zuckerberg https://t.me/JechaBeektota https://t.me/JechaBeektota

  • 19 мар.5 73365

    𝗢𝘁𝘂𝗺𝗮𝗻 𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶𝗻 𝗵𝗶𝗺𝗶𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘁𝗶𝗻 𝗴𝘂𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗢𝘁𝘂𝗺𝗮𝗻 𝘀𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗮𝗿𝗴𝗶𝗻 𝗔𝗯𝗷𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮𝗻 𝘀𝗶 𝗱𝗵𝘂𝗻𝗴𝗮𝗱𝗵𝗮 ~~~ Akkasittan, Miira kootis jeeqee Onnee kootii cabe Faana kees hordofeen As buutee kee dhabe💔 ~~~ 𝗘𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗮 𝗺𝗮𝗮𝗹𝗼𝗼 𝗠𝗮𝗮𝗹𝗶𝗳 𝗵𝗶𝗻 𝗮𝘄𝘄𝗮𝗮𝘁𝘁𝘂❓ 𝗛𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗸𝗼𝗼 𝗶𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗹𝗶𝗳 𝗸𝗮𝗻 𝗮𝘄𝘄𝗮𝗮𝗮𝗹𝘁𝘂 𝗔mma kunoo, Otuman siyaadun Lafa bariisisa Otuman siif aadun bara qaarisisa😭 **** Achumaan godaantee Yaa qamaxxee durbaa Hiyyummaa koo laaltee Fudhattaaree gurbaa 🙆‍♂️ https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • ☞Mee Dubbisi Yoo sitti tole share godhi ♥Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. ♥Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii foonii) barbaaduu miti. -Yeroo fayyaa qabaniif yeroo gammachuu qofa wal haammachuu miti. -Waan jaallatamteef jaallachuu miti. -Namnumti wal jaallataaf jaallachu miti. -Waan sibiteef atis guyyaa eegdee liqii deebisuu miti. -Bifa nama sanaa ilaaluu miti. -Qabeenya bor badu ilaaluu miti. ★Jaalala dhugaa jechuun -Waan hundarraa qulqulluu kan ta,e -Fakkeessu osoo hin taane dhugaa. -Dhugaa jaalalaatiif jecha hiyyeessa jaallachuu.bor wajjin horatu. _kennani fuudhachu qoofa osoo Hin ta'ee kennudhas -Yeroo gaddaa, gammachuu ,rakkinaa wal bira dhaabbachuu. -Kan ofiif hin arganne nama sanaaf hawwuu. -Obboleessakeetiif dabarsitee lubbuukee kennuu. -Rakkinni har,a obboleessake(jaalallee) irra ga,e bor akka sirra ga,u beekte har,a rakkina isaa hirmaachuu. -Nama jaallatteef kabaja,iftoomina kennuu dha. Kana hunda cabsitee jaalalatti deemta taanaan jaalalichi hundee hin qabu bor buqqa'a. https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • 13 мар.1 08568

    Walaloo jaalalaa Bareedinni uumaa Haala kee si tolchee Dub𝗮ra hunda kee𝘴saa Si qofa bareechee Daraarsituu 𝘬iyyaa Biqiltuu egeree Jireenyi koo simalee Beeki akkan jirree Sukkaree 𝘬oo boontuu Yaa sh𝘰𝘯koora aalaa Na duraa sin nyaatin Bineensi jaalalaa Kuullee bareedinaa 𝘣𝘢𝘳𝘦𝘦𝘥𝘥𝘶𝘶 ija kuulaa Sammuun kan koo S𝘪ma yaadaa bulaa 𝘓𝘶𝘣𝘣𝘶𝘶 𝘬𝘪yya jirtaa Yeroo wal jaalalaa Bultii wajjiin 𝘪jaarree Taphachaatuu bullaa Dhoosee sin 𝘢garsiisuu Keessa onnee kiyyaa Hundasaa siif kannee Fudhu qaama kiyyaa Wal-irraan fagaannuu Waliif nu uume rabbii Erga wal-argannee Kan namaa dhiisi dubbii Sesseeqii taphadhuu Gamakoo as hiiqii Onnee kan kee keessaa Dhiira biraa haqii  https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • 8 мар.885910

    ❤️BAGAN SI JAALLADHE💞 🥀♡Bagan si jaalladhe 🥀♡Si jaallachun qaba 🥀♡Ergan si jaalladhe 🥀♡Maliifan si dhabaa💔 🥀♡Ibsituu koo hangafaa 🥀♡Akka biiftuu barii 🥀♡Akkan si jaalladhu 🥀♡Atis ni beektaa tarii 🥀♡Jaalala mi'ooftuu 🥀♡Akka dhangaa dammaa 🥀♡Baay'een si jaalladhaa 🥀♡Sittan himaa ammaa 🥀♡Jaalalan siif qabuu 🥀♡Kan hundayyuu caalu 🥀♡Ati anaaf tokko 🥀♡Homuu siin madaalu 🥀♡Qilleensaa qulqulluu 🥀♡Bu'uuraa nageenya 🥀♡Furtuu onnee koo 🥀♡Dawitii jirenyaa🫠 🥀♡An si malee hin fedhu 🥀♡Ati anaaf qabeenyaa!🤌 https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • Yaadni koo si qofa Galgalaa ganama...! Balballi onnee koo Furtuu keen banama...! Jaalalaan na seentee Onnee Koo mooteetta...! Guutummaa qaamakoo Kee qofa gooteetta...! Hidhaan Jaalala kee Sansalata cimaa...! Keessa koo sin dhoksu Dhagay sittan himaa...! Ati qaroo kooti Somba kiyyaaf tiruu...! Simale Jireenyi Tasa naaf hin jiru...! Si argachuuf jecha Gaaraaf Dhoqan bu'a..! Akka tasaa dhufus Bakka kee nan du'a..! share waliif godhaa https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa

  • Anaaf gammachuu jechuun si'idha.

  • 5 мар.1 0147

    Yeroon caalaatti si jaalladha jedhu, kan ati na jaallattu caalaan si jaalladha jechuu koo miti🫠 guyyaa badaa nu dura jiru caalaan si jaalladha jechuu kooti. Yoomiyyuu hamma wal-lollu caalaa hamma wal-jaallannun yaadadha❤️.  Fageenya nu gidduu jiru caalaan si jaalladha. Gufuu nu gidduutti dhufuu yaaluu fi dhufuu danda'u hunda caalaan si jaalladha. Jechuu kooti💯❤️‍🩹 Hunda caalaan si jaalladha💞 https://t.me/Ergajaalalaa https://t.me/Ergajaalalaa