ORO BARCELONA™
Статистика➔ Chaanalii kana kessatti odeeffannoowwan baarseloonaan walqabatan qofa argattu. — Seenaa taphattoota — Odeeffannoo jijjiirraa — Taphoota kalattiin — Yaadaa lenjistoota fi taphattoota ➔ BuyAds: https://telega.io/c/Oro_Barcelona 📢 Nu qunnamuuf: @Ibzkar
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 20
- Всего постов
- 29
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 444
- 1/48двое суток
- 508
- 1/72трое суток
- 547
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
✅Oddefannoo kutaa Meqaaa barbaaddu Kessaa seenaa tuqun 👇👇👇
Namoota Yeroo amma Online jirtaan qofaf 🔥🔥 Badhaasa kardii abba 200 ammas 👏 Biyyii bayyinan Dawwatamtu biyyaa kami?
Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???
🚨 Taphattoonni Baarseloonaa addaatti foohamuun shaakalaa jiran kilabicha irra mufii guddaa qabu. Taphattoonni kunneen garee kanarraa adda bahun isaanii murtee haqa qabeessa akka hin taane itti dhagahama. Taphattoonni kophaatti shaakala jiran: Kaasado, Foorti, Guhilee Feernandez, Toomi Maarquwez, fi Jeefri Tooreentees akka ta'an gabaafame jira. (Maddi: SPORT) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
🚨 Alvaarez har'a egeree isa irratti marii murteessaa ta'e Simihoone waliin ni taasisa. Taphatichi kilabichatti baay'ee aaree kan jiru yoo ta'u, Baarseloonaatti makamuuf kutannoo qabu cimsee itti fufee jira. Alvaarez dhimmi kun mariidhaan yoo hin hiikamne ta'e, Atleetikoo dirqisiisuuf tarkaanfii cimaa fudhachuuf akka qophaa'e jiru akeekkachiiseera. (Maddi: Ferran Martinez) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
🚨 Dhimma jijjiirraa isaa ilaalchisee mariin PSG waliin taasifamaa jiru itti fufee jiraatus, Feeraan Toorees boru iddoo shaakala Baarseloonaatti ni argama jedhamee eegama. (Maddi: MD) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━
без подписи
🚨 OFFICIAL: Uffanna sadaffaa kilabni keenya bara dorgommii kana itti fayyadamu. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➫ @Oro_barcelona ━═━═━═━═━═━═━═━═━