tgindex
Oromia State University

Oromia State University

Статистика

Oromia State University

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Образование
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
19 442
+111 за 2 дн.
Сутки
+59
+0,30%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
6 556
21 постов
Вовлечённость
33,7%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
2 269
1/48двое суток
2 600
1/72трое суток
2 804

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://www.facebook.com/share/p/195BLBi4ch/

  • 8 авг.5 5941

    https://www.facebook.com/share/p/192MbZsgUj/

  • 2 авг.9 3218

    Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Barattoota Barsiisaa Ture Eebbisiise Adoolessa 26, 2018 YNO * Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota sagantaalee adda addaa fi mummeewwan garaagaraatiin barsiisaa ture, guyyaa har’aa Teessoo Mummichaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti argamuutti, sagantaalee barnootaa sadarkaa Digrii 1ffaa(BA/BSc) fi Digrii 2ffaa(MA/MSc) tiin barattoota 927 eebbisiisee jira. Sagantaan eebbaa kun eebba maanguuddootaantiin eegale. Sirna eebbaa kana irratti Pirezidaantiin YNO, Kabajamoo Dr. Garramuu Hulluuqaa, haasaa taasisaniin keessummootaan baga nagaan dhuftan jechuun, eebbifamtootaa fi maatii eebbifamtootaatiin “Baga geessan, baga gammaddan” jedhaniiru. Pirezidaantiin YNO akka ibsanitti, eebbi bara kanaa addaa kan isa taasisu, yeroo Yuunivarsiitiin keenya Hundeeffama Waggaa 30ffaa isaa kabajaa jirutti ta’uu dubbatan. Akkasumas, Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa yeroo ammaa kana Kaampaasiiwwan lama irraa gara Kaampaasiiwwan 15tti ol guddachuusaa, baay’ina Kaampaasiiwwaniitiin yuunivarsiitiiwwan biyya keenya keessaa adda durummaan kan eeramu ta’uu ibsaniiru. Kanaafuu, eebbi bara kanaa seenaa Yuunivarsiitichaa keessatti bara seena qabeessaa fi addaa ta’uu ibsaniiru.Jijjirama hawaas diinagdee biyya tokko keessatti gaheen dhaabbanni barnoota olaanaa qabu guddaa ta'usaa ibsanii,Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa dandeettii raawwachisummaa naannichaa cimsuuf hojjachuu irratti argama jedhaniiru.Yuunivarsiitich wiirtuu leenjii xiqqoo irraa ka'ee adeemsa keessa suuta suutaan guddate as gahe jedhaniiru.Yuunivarsiitich qorannoof qo'annoo rakkoolee naannoo keenyaafi naannoolee ollaa hiikuuf hojjachuu irrattis argama jedhaniiru.Waggoota shanan darban keessatti karoora xiiqiifi tarsiimaawoo qopheeffachuun ergamasaa galmaan gahuuf Yuunivarsiitichi hojii gurguddaa hojjateera jedhaniiru.Yuuniversitichii hojii baruuf barsiisuu cinaati hojii tajaajilatola ooltummaa hawaasa fi Ashaara magarisaa irraatti xiyyeeffannoon hojjecha jira . Dabalataan yuunivarsiitichi Hoggansaafi pabliik Sarvaantii kumaatamaan lakka'aman leenjiseera.Kanamalees bara 2018 cabiinsa sirna barnootaa keessatti mullatee furuuf murtee mootummaa naannoo Oromiyaatiin kolleejjiiwwan barnoota barsiisootaa kudha sadii(13)naannoo keenya keessatti argaman Yuunivarsiitichatti makuun gahuumsa barsiisootaafi hoggansa barnootaa cimsuuf hojjachaa jira jedhaniiru pirezidaantiin Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Kaabajamoo Garg piroofeseraa Garramuu Hulluqaa. Keessummaan kabajaa guyyaa har'aa, Kabajamoo Dr. Abdulaziiz Daawud, Hogganaa Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, haasaa taasisaniin eebbifamtootaa fi maatii eebbifamtootaan baga gammaddan jechuun, mootummaan Naannoo Oromiyaa cabiinsa barnootaa furuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii gurguddaa yuunivarsiitii naannoo Oromiyaa waliin hojjachaa jiraachuu ibsuun,yeroo ammaa kana jijjirama,guddinaafi badhaadhina sadarkaa biyyaatti akka dhufu barbaadamuuf humni namaa baratee baayyee waan barbaachisuuf eebbifamtootni qaama jijjiiramaa ta'uun gaheesaanii akka gumaachan hubachiisaniiru. Sirna eebbaa kanaarratti, hoggantoonni sadarkaa naannoo fi Ambaasadaroonni, akkasumas dhaabbileen garaagaraa kanneen biyya keessaa fi biyya alaa, Yuunivarsiiticha waliin hariiroo hojii qaban argamaniiru. Dhumarrattis mummeewwan garaagaraa keessatti barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasni sertifikeetiifi geephaa badhaafameera. 𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗗𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳! 𝑾𝒆𝒆𝒃𝒔𝒂𝒂𝒚𝒊𝒕𝒊𝒊: www.osu.edu.et 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌: https://www.facebook.com/YNO.OSU 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/OromiaStateUniversity 𝒀𝒐𝒖𝒕𝒖𝒃𝒆: https://www.youtube.com/@oromiastateuniversity5133 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!

  • 2 авг.6 6241

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.7 7571

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.7 1202

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.7 8032

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.7 6791

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.6 5691

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.6 3141

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг.6 3761

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.6 5664

    Eebba Barattoota YNO Sababeeffachuun Pirezidaantiin YNO, Dr. Garramuu Hulluuqaa, Yaada OBN'f Kennan

  • 1 авг.6 5637

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.7 0495

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.6 4166

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.6 4436

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.6 2006

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.5 8665

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.5 9795

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 авг.6 3305

    Eebbifamtoonni Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Baga Jala Bultii Eebbaa Nagaan Geessan! Irra Deebiin Baga Gammaddan!

Oromia State University — tgindex