tgindex
Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Статистика

"Ka'i Qeerro!" Follow Us!! Twitter: twitter.com/Qeerroo2011/ Facebook: facebook.com/SQeerroo/ Instagram: instagram.com/Qeerroo2011/ Telegram: t.me/Qeerroo2011/

Последний пост
27 июл. 2025 г.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
15 159
−34 за 5 дн.
Сутки
−4
−0,03%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
24,8 тыс
20 постов
Вовлечённость
163,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 27 июл. 2025 г.17,2 тыс12422

    без подписи

  • 27 июл. 2025 г.15,7 тыс242

    Hiriira Mormii Magaalaa Yaaballoo!

  • 27 июл. 2025 г.15,6 тыс5

    без подписи

  • 27 июл. 2025 г.15,6 тыс5

    без подписи

  • 27 июл. 2025 г.15,5 тыс436

    Yaaballootti hiriiri mormii dhoo'ee jira! Mooyyale itti cinnee galaana dhiigaa taati malee cittee lafa diinaa hin taatu!

  • 27 июл. 2025 г.11,9 тыс192

    Godina Booranaa Ona Yaaballootti dhimma saamama daangaa Oromiyaafi Hundeeffama Aanaalee haaraa 14 Naannoo Somaalee, Aanaalee haaraatti hundeeffaman keessaa Moyaalee lafti Oromoo cituun mormii kaasuun Uummati Mormiisaa ibsataa jira!

  • 31 мар. 2025 г.20,4 тыс12411

    The actions taken by ONLF (Ogaden National Liberation Front) that escalate hostility against the Oromo people, aimed at inciting the Somali community against the Oromo, are completely unacceptable. The Oromo people, like the Somali people, are engaged in a strong struggle to free themselves from oppression. ONLF, however, disregarding this reality, has intensified its efforts to incite the Somali community into armed struggle by fueling hostility against the Oromo people. Regarding this matter, Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Oromo Liberation Youth) warns ONLF to respect the Oromo people and refrain from actions that dishonor their struggle, focusing instead on combating oppressive systems. @ONLFofficial

  • 17 мар. 2025 г.19,1 тыс1065

    Qeerroon Bilisummaa Oromoo kallattiin Waraana Bilisummaa Oromoo waliin kan hojjetuun alatti beekamtii dhaabaatiin ala kan socho’u kamuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buunedha. Bitootessa 16, 2025 murni ‘Qeerroo Bilisummaa Oromoo’ jedhee of waamu, Magaalaa Finfinnee keessatti namoota garaagaraa kanneen farra Qabsoo Bilisummaa Oromoo ta’an faana “kora geggeeffanneerra” kan jedhu kijiba ta’uuf Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buune ta’uu hubachiifna. Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sadaasa 08, 2021 erga Hooggantootaaf Qondaaltota Waraana Bilisummaa Oromoo faana waltajjii godhachuun kallattii gara fuul-duraa akeekkatee as, karaa danda’e cufaan Qabsoo tumsuuf sirna Uummata Oromoo nyaatuuf ajjeesu irratti bifoota garaagaraan qabsoo godhaa jira. Irra caalaattis Waraana Bilisummaa Oromoorraa qajeelfama kallattii fudhachuun Oromiyaa keessatti karaa ni fayyada jedhame maraan hojiitti jira. Kun kanaan osoo jiruu qaamoti Mootummaa nama nyaataa Uummata Oromoo lafarraa daguugaa jiruuf tumsa kennuuf magaalaa keessatti akka waan faallaa Mootummaa ta’eetti of ibsu kamuu fudhatama akka hin qabne gadi jabeessinee Uummata Oromoo hubachiifna. Injifannoon Uummata Oromoof! Finfinnee, Oromiyaa Bitootessa 17, 2025

  • 17 мар. 2025 г.15 тыс454

    Qeerroon Bilisummaa Oromoo kallattiin Waraana Bilisummaa Oromoo waliin kan hojjetuun alatti peekamtii dhaabaatiin ala kan socho'u kamuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buunedha.

  • 10 мар. 2025 г.17,5 тыс514

    Extrajudicial Execution of Civilians Continue Unabated in Oromia, Ethiopia (SQ-March 10, 2025) Dawit Bekana, a father of 5 children, including a one year old twins daughters and resident of Burayu Sub-city in Sheger City of Oromia region is in comma, brutally beaten by local police. This happened last night, March 7, on Friday evening around 9:30-10:00. After being taken out of his home by people in civil dress, he was found fall unconcious in the local health station where some of the police officers dropped him there and left. This decent man is still in comma threatening his life to death. It is disheartening to see his little children and wife are helplessly greiving.

  • 18 янв. 2025 г.22,8 тыс12411

    Gochawwan haammaatoo Naatoo tokkoon alatti guyyaa saafaadhaa ilmaan Oromoo irratti rawwatamaa jiru!

  • 18 янв. 2025 г.21,5 тыс19239

    без подписи

  • 18 янв. 2025 г.19,1 тыс12229

    без подписи

  • 6 янв. 2025 г.25,3 тыс6

    без подписи

  • 6 янв. 2025 г.31,2 тыс6

    без подписи

  • 6 янв. 2025 г.25,3 тыс1296

    Obbo Bulchaa Dammaqsa Du'an Addunyaa kanarra boqotan. Obbo Bulchaa Dammaqsa Nama Siyaasaafi Siyaas-Dinagdee irraatti Nama dammaqsinsaan hojjeechaa turaniidha.

  • 1 дек. 2024 г.40,5 тыс1878

    Gantummaaf sababni hin jiru!

  • 22 нояб. 2024 г.58,6 тыс45045

    Humni Abbaa Irree Abiyyi Ahimed Faannoo gargaaruun Ilmaan Oromoo fixaa jiru, barattoota irratti tarkaanfii gara jabinaa fudhataa jira. (SQ-Sadaasa 22, 2024) Barattoonni Yuunibarsiitii Dambi-Doolloo Ajjeechaa gara Jabinaa Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru balaalleffachuuf ba’aan sirna nama nyaataa Abiyyi Ahimediin tarkaanfiin humnaa irratti fudhatamuu himatani. Maddi keenya bakkichaa Sagalee Qeerroog yaada isaa kenne, Uummata nagaa Oromiyaa keessatti addumatti ajjechaa Suukanneessaa Godina Salaalee Ona Darraatti raawwatame balaalleffachuuf yeroo baanu humnootiin Mootummaa Tarkaanfii humnaa nurratti fudhachuun barattoota kaan miidhaa irraan ga’uun gariin ukkaamsaniiru jedhu.

  • без подписи

  • 21 нояб. 2024 г.45,1 тыс652

    Barattoonni Yuunibarsiitii Haromayyaa Uummata Oromoo Salaaleef sagalee ta'aan. Suuraan Amajjjii 9/2016 FDG irraatti kaafameedha.