tgindex
Ajaaibsiisoo Telegram Channel

Ajaaibsiisoo Telegram Channel

Статистика

Guyyaa guyyaan dhugaawwan hawwataa, barreeffamoota hubannoo namaaf kennan, fi wantoota xixxiqqoo sammuu namaa Gabbisanii fi bohaarsan argachuuf Miseensa Channelii keenyaa ta'aa!🔥 @Ajaaibsiisoo_Telegram_Channel

Последний пост
4 мая
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
12 496
−23 за 5 дн.
Сутки
−8
−0,06%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 126
20 постов
Вовлечённость
9,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 4 мая2 03119

    Amaloota addaa Albert Anistaayin irraa Maal Barannaa?

  • 4 мая1 77871

    Amaloota addaa Albert Anistaayin irraa Maal Barannaa?

  • 4 мая1 17431

    Amaloota addaa Albert Anistaayin irraa Maal Barannaa?

  • 16 апр.1 72591

    🔴Kana Beektuu? 🚨Qurxummiin fuguu jedhamtu tokko summii nama 30 ajjeesuu danda'u kan of keessaa qabu yoo ta'u qorichi farra isaa hin jiru.

  • 16 апр.1 48738

    Gumaata Kitaabaa 📖 MATA-DUREE KITAABICHAA: "AJAB!" 📖 BARREESSAN: AMAJJII GAMMADOO 📖 QABIYYE KITAABICHAA (GENREs): Saayinsii, Seenaa, Kolfa, Teknoolojii, Qoosaa fi Wantoota Ajaa'ibsiisoo 📖 LAKKOOFSA FUULOTA: 53 📖 BARA MAXXANSAA (PUBLISHED ON): Sadaasa 25, 2016 ,Nagelle Arsii, Oromiyaa, Itoophiyaa M/B Bultii Addaa Waldaa Misomaa Oromiyaa 📖 WAA'EE KITAABICHAA Kitaabni kun kutaadhaan kan gargar qoodamedha. Isaanis wantoota ajaa’ibsiisoo, saayinsii, seenaa, bineensotaa, Oromoo, Qoosaa fi k.k.f of keessatti qaba. 🔗 KITAABA IRRAA Ummatni Kuushii Dh.K.D. naannoo bara 4000 baha Afrikaa hanga Galaana Diimaatti (Red Sea), Kaaba Afrikaa Morookoodhaa hanga biyyoota Atilaantikiitti, Arabiyaa irraa hanga Mesoppotaamiyaa, Awurooppaa fi Giddugala Eeshiyaa akka turan ni himama.

  • KANA BEEKTUU ⁉️ • Fuula Kitaabaa Tokko hojjechuuf Giddu Galeessaan Muka kg 5 Barbaachisa

  • 16 апр.1 2912

    Isa kanammoo isa dhukkuba! 🙄

  • 16 апр.1 1682

    Kana beektuu? 🟢 Qaamni keenya guyya guyyaan furrii liitira 1 - 1.5 oomishaa oola! Garuu, kan nama dhibu hammanta oomishamu kana keessaa harka caalu osoo hin beekin liqimsinee gadi dabarsaa oollaa! Kana jechuun guyyaa guutuu furrii dhugaa oolla jechuudha! 🤢

  • 16 апр.1 1053

    #AJAB 🙈 🟢 Kaaniisotni dandeetti herregaa qabuu! Qorannoon gaggeeffame akka agarsiisutti taanan, kannisotni hiika lakkkoofsa '0' beeku! Kana malees, qoyyaba herrega xixiqqoo kanneen akka ida'u fi hir'isu akka danda'anis sayinsiin mirkanaa'era!

  • 16 апр.1 0321

    🟢 Shamarreen suuraa irraa kun durbummaa isheetti fayyadamtee nama lammii Xaaliyaani fakkii kaasuun beekamu kan ta'e "Marko Giraasi" boorsaa isaa seenuun Wallet isaa hattee baddi! Wallet sana keessa ammoo yooroo 600tu ture! ➡️ Namichi kunis suura ishee carqii adii qulqulluu irratti kaase qarshii yooro kuma dhibba tokkoo fi kuma shantamatti gurguruu danda'eera! ☺️👊👏

  • Jiraatota Meeksikoo kan ta'an uumatni Shichuwali amaleeffanna adda ta'e tokko qabu...innis dubartiin tokko yeroo deessu funyoon qaama saala abba manaa isheetti hidhama sanaa booda yeroo ciniinsuutti funyoo kana haati warraa harkisuun dhukubbii kana qixa akka qoodatan taasifama! Already osoo mucichi hin dhalatin lubbuun abbaa manaa baateetti! 😁

  • Biyyoota Afrikaa kan paarkiiwwan biyyaalessaa Babbareedoo qaban Sadarkaa 1_10 (National Parks) South Africa 🇿🇦 Tanzania 🇹🇿 Kenya 🇰🇪 Botswana 🇧🇼 Namibia 🇳🇦 Zambia 🇿🇲 Zimbabwe 🇿🇼 Rwanda 🇷🇼 Uganda 🇺🇬 Ethiopia 🇪🇹

  • Kutaa 2ffaa 🇿🇦 South Africa – Biyya Roobaa (Rainbow Nation) 🇨🇦 Canada – Kaabaa guddaa adii 🇦🇷 Argentina – Biyya meetii 🇮🇹 Italy – Biyya bareedaa 🇷🇺 Russia – Biyya Tsaroota 🇬🇧 United Kingdom – Biyya abdii fi ulfinaa 🇳🇿 New Zealand – Biyya duumessa adii dheeraa 🇦🇺 Australia – Biyya gadi jirtu 🇸🇦 Saudi Arabia – Biyya Masjiidota Qulqulluu lama 🇲🇽 Mexico – Biyya Aztecoota 🇮🇸 Iceland – Biyya ibiddaa fi barfaa 🇸🇬 Singapore – Magaalaa Leencaa 🇰🇪 Kenya – Kaappitaala Saafaarii addunyaa 🇬🇷 Greece – Iddoo dhaloota sirna Awaalcha Dhihaa 🇰🇷 South Korea – Biyya nagaa ganamaa 🇻🇳 Vietnam – Biyya Diyaagonii cuquliisaa 🇸🇪 Sweden – Biyya aduu halkan keessaa 🇳🇴 Norway – Biyya Fiyordoota 🇨🇱 Chile – Biyya barreessitoota 🇵🇪 Peru – Biyya Incaa 🇮🇷 Iran – Biyya Aryaanotaa 🇮🇶 Iraq – Iddoo dhaloota siivilayizeeshinii 🇪🇹 Ethiopia – Biyya jalqabaa (ka’umsa) Kan biyya kamiitu isinitti tole ??

  • Maqaa Addaa Biyyaalee Addunyaa (Nicknames) gara Afaan Oromoo: 🇮🇳 India – Biyya garaagarummaa 🇯🇵 Japan – Biyya aduun irraa bahu 🇺🇸 United States – Biyya bilisummaa 🇨🇳 China – Diyaagonii diimaa 🇪🇬 Egypt – Kennaa laga Nile 🇹🇭 Thailand – Biyya seeqaa 🇮🇩 Indonesia – Qal’oo magariisaa lafa qixxee 🇵🇰 Pakistan – Biyya qulqullinaa 🇫🇷 France – Biyya jaalalaa 🇵🇭 Philippines – Luuloo galaana Bahaa 🇪🇸 Spain – Biyya hawwii 🇹🇷 Turkey – Balbala Bahaa fi Dhihaa 🇧🇷 Brazil – Biyya Fannoo Qulqulluu 🇨🇭 Switzerland – Biyya gaara Alps 🇳🇵 Nepal – Dhiira addunyaa (saqaa addunyaa) Itti fufa

  • 16 апр.1 230104

    ★𝗕𝗘𝗘𝗞𝗨𝗠𝗦𝗔 𝗪𝗔𝗟𝗜𝗜 𝗚𝗔𝗟𝗔𝗔★ *** 1. Biyyi yeroo duraaf humna ibsaa bishaan irraa maddisisuu eegalte~~◇ 𝐍𝐨𝐨𝐫𝐰𝐞𝐲. 2. Biyyi yeroo jalqabaaf dandii baabura eegalte~~◇ 𝐁𝐢𝐫𝐢𝐭𝐚𝐚𝐧𝐢𝐲𝐚𝐚. 3. Biyyi yeroo jalqabaaf alaabaa mataashee maxxansuu eegalte~~◇ 𝐃𝐞𝐞𝐧𝐦𝐚𝐫𝐤. 4. Biyyi yeroo jalqabaaf mirga filuu shamarraniif kennite ~~◇ 𝐍𝐢𝐰𝐮𝐳𝐞𝐫𝐥𝐚𝐚𝐧𝐝. 5. Biyyi yeroo jalqabaaf Vaati(Value Adeed Tax) eegalte ~~◇ 𝐅𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐬𝐚𝐲 𝟏𝟗𝟓𝟒. 6. Biyyi yeroo jalqabaaf Saatalaayiti nam tolchee gara hawaatti furguugiste ~~◇ 𝐒𝐨𝐨𝐯𝐢𝐲𝐞𝐞𝐭 𝐑𝐚𝐚𝐬𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚, maqaan Saatalaayitii sanaas 𝐒𝐩𝐮𝐭𝐧𝐢𝐤 jedhama 𝟏𝟗𝟓𝟕. 7. Biyyi yeroo jalqabaaf warraaksa waarshaalee dhandhamte ~~◇ 𝐁𝐢𝐫𝐢𝐭𝐚𝐚𝐧𝐢𝐲𝐚𝐚. 8. Dubartiin yeroo jalqabaaf Dooktera fayyaa taate ~~◇ 𝐄𝐥𝐢𝐳𝐚𝐛𝐞𝐭𝐡 𝐁𝐥𝐚𝐜𝐤𝐰𝐞𝐥𝐥 jedhamti lammii Ingiland , bara 1849 Dooktera taate. ★𝗚𝗔𝗟𝗔𝗧𝗢𝗢𝗠𝗔𝗔 ★ ╭ like ❤️ ╰ share 🔥

  • ​​Jaappan, "Olompiikii" Tookiyoo 2020 tiif "Medaaliyootaa" hunda. Meeshaalee elektironiksii gataman (mobaayiloota, laptopootaa...kkf) irraahi hojjatte!!

  • Ampooliin kun bara 1901 A. L. A irraa eegalee hanga arraa ifaa jira.... 😱😱😱

  • ​​Bishaan keessatti gadifageenya meetira 10 booda halluun diimaan hin jiru. dhiigni keenyaas magariisaa taheeti mulata.😷😷

  • Kana Beektuu Laata? Maashaan ijaa 👁 maashaa🩻 qaama keenyaa keessaa isa baay'inaan socho'u yoo ta'u, guyyaatti al 100,000 ol socho'a.😳

  • 🗣The past is can not be changed. But The future is yet in your power.