Nurse Group One (A)Waliif College 2016
Статистика- Последний пост
- 5 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Hubachiisaa: Barattoota eebbifamtanii hanga ammaatti dokumentii keessan hin fudhanne hundaaf, guyyaan xumuraa dokumentiin itti kennamu Wiixataa fi Kibxata (Isniinaa fi Salasaa) (30/10/2018 E.C.) ta'uu isaa isin hubachiisna. Kanaaf, guyyaa xumuraa kana dura dhuftanii dokumentii keessan akka fudhattan isin beeksisna. Hubadhaa: Guyyaa Roobii (Arbaa) irraa eegalee dokumentii fudhachuuf addaabbii qarshii 1,500 (Kuma tokko fi dhibba shan) kaffaluun dirqama ta'uu isaa isin akeekkachiisna.
Obboleewwan koo kabajamoo akkam jirtan fayyaa keessanii baga jiraattan isiniin jechaa warroottan koollejjii keenyatti barumsa xumurtan waraqaan ragaa ykn certificate keessan hundinuu bakka tokkatti waan dhufee jiruuf kottaa fudhadhaan dhaamsa koollejjiiti Hub:- Waraqaan Ragaa /Certificate dogoggora qabu waan jiruuf yeroon dhuftanii ilaallattanii warroottan dogoggora qabu akka sirreefattan isin hubachiifna
As wr wb Irra deebinee warroottan COC Level 4 gutumatti dabartani jirtan photo of certificate biiroo register galchuu qabdan guyyaan dhumatee jira
As wr wb akkam jirtan obboleewwan koo qaqqaalii Baga jiraattan isiniin jechaa Warri COC Level 4 gutumatti dabartani jirtan photo mattawaaqiya(3×4) firii 1 qabattanii biiroo register galchuu qabdan Guyyaan Isniina fi Salaasaa qofa
без подписи
Warri fedhi fi Dandeeti Qabdan Dorgoma
без подписи
Warroottan guyyaa Alhadaa Qoramu
Barattoota keenya kabajamoo guyyaan Eebbaa waan dhufee jiruuf guyyaa Isniina Gown fudhattan waan taheef yeroon Kara koollejjiittii deebia'aa
без подписи
без подписи
Warroottan guyyaa Sabtii Qoramu
Warra boru ganama Qormaata seenu
без подписи
без подписи
Barattoota keenya kabajamoo akkam nagaa keessanii Baga jiraattan isiniin jechaa Warri COC qoramee gara biyyaa iriftiif deeme jiru yeroon Amma jirru yeroo qophii eebbaati waan taheef yeroon gara koollejjiittii deebi'uu qabdan
🌙✨ Eid Mubarak! ✨ Teqabalelahu minna wa minkum !!تَقَبَّلَ اللَّهُ مِنَّا وَمِنكُمْ) 🌙✨ عيد مبارك! ✨🌙 🥰 كل عام وأنتم بخير! نسأل الله أن يكون هذا العيد: 👈عيد فرح وسعادة 👈 عيد خير وبركة 👈 عيد نجاح لكم ولعائلاتكم 👑 عيد سعيد! 🥰🕌💫
без подписи
Barattoota keenya kabajamoo warroottan Diimo leenji'aa jirtan guyyaa boruu jechuunis Isniina sa'atii 8 irratti dhuftan
Barattoota keenya kabajamoo akkam nagaa keessanii isiniin jechaa Warri Jimmata boru theory qoramu warra gaafa procedure qoramatan guyyaa lamaan duraa jechuunis 30 dura tahuu hubadhaa namoonni guyyaa lamaan boodaa qoraman 31 guyyaa Sabtii tahuu hubadhaa Hubachiisa wantoota qabachuu qabdan ✓Yeroon qormaata sa'atii 2 ✓Admission Card qabchuu ✓ID Card College ✓ National ID