Dave Abdiwaaq
Статистика- Последний пост
- 2 февр. 2025 г.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
"Torture hin goonu" Waggoota jahaan darbe keessatti nama tokkoyyu hin gidirsine,(torture) hin goone." Abiy Ahimed Ali Kun kan carraa gidirfamee jiraachuu argatedha.kan carraa jiraachuu dhabee 'rashaname' manni haa lakkaa'u! Du'i du'a caalu erga gidirfamanii fi ajjeefaman booda,du'a ofiif haqa dhabuudha. Kan si'i gidirse fi ajjeese gaafa du'akee haalu du'a du'aan oliiti‼
https://youtu.be/ixhIXg0lPo0
https://youtu.be/ItsAnbIDKTQ?si=TZdYpj0eeudjY2mQ
https://youtu.be/HupuThICUfI?si=mrgdT-Or_e_5SyXW
https://www.facebook.com/share/p/6tJouCZyXmfZ7TXe/?mibextid=qi2Omg
https://www.facebook.com/share/p/QcRxRHEo8xsLQmB2/?mibextid=xfxF2i
Gareen waggaa 27 guutuu qabeenya biyyattii saamaa ba'e,mirga dhala namaa sarbaa fi ummata biyyattii ajjeesaa ba'ee aangoo irraa qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromootiin gara Maqaleetti maadheffate; waggaa tokko dura ummata nan qabsa'aaf jadhu miiliyoonaan kan ficcisiise,kora 14ffaa dhaaba TPLF godhachaa turee har'a xumurate irratti aangoo irraa wal finqilaachiseera. TPLF qoqqooddii keessoo isaanitti uumameen,garee lamatti wal baasee ture (Garee Dr.Dabratsiyoon fi Geetaachoo Raddaa) ifatti bakka lamatti cabeera. Gareen dura taa'ummaa TPLF qabu Dr.Dabratsiyooniin irra deebiin dura ta'aa godhee yeroo filatu.Geetaachoo Raddaa immoo itti aanaa dura taa'ummaarraa kaaseera. Gareen Geetaachoo Raddaa Mootummaa bulchiinsa yeroo Tigraay of harkaa qabus,hayyoota Tigraay egeree Tigraay irratti qoratan walitti qabuun walga'ii gaggeeffataa jira.walga'ii kana irrattis Garee Dr.Dabratsiyoon kora godhachaa jiruf beekamtii dhorkateera‼ Tarii kan bulchiinsa of harkaa qabu humnaan,kan TPLF'n hogganaa jiru Fonqolcha taasisuu malu.
https://www.facebook.com/share/p/FQq898JxRd1BaSpc/?mibextid=xfxF2i
https://www.facebook.com/share/v/6JTTaUBTTFrFVi1u/?mibextid=xfxF2i
https://www.facebook.com/share/p/KvdaSMACyBZS16Dw/?mibextid=qi2Omg
ፋኖ የሚባል የአሸባሪዎች ቁንጮና ስብስብ የሆነ ሃይል፣እታገልልኃለው በሚለው በገዛ ህዝቡ ላይ የጭካኔውን ጥግ እያሳየ በመረጃ አስደግፎ ይገድላል‼ የአማራ ህዝብ መንግሥት ከሚበደለው በላይ፣የራሱ ታጣቂዎች ቡድን የሚጨፈጭፉት ይብሳል። ይህ ቡድን በኦሮሚያም ተመሳሳይ የጭካኔ ተግባሩን ሲፈጽም ከርሟል። በአለም አቀፍ መድረክ በጅምላ ፍጅት የተከሰሰው ፋኖ፣በኢትዮጵያዊ መንግስት ፓርላማው ለምን አሸባሪነቱን እውቅና እንደማይሰጠው እንቆቅልሽ ነው‼
https://www.facebook.com/share/p/u1CmU4YSqeAkP3Cp/?mibextid=qi2Omg
https://www.facebook.com/share/p/hJUXiCaa9eiUuQbo/?mibextid=xfxF2i
https://www.facebook.com/share/p/teodU2GHKmppf9nR/?mibextid=xfxF2i
https://youtu.be/L5EclGEUCjI?si=ws0cQ0s4GEqkOHjW
https://www.facebook.com/share/p/2mzj8LsX9gQeUguP/?mibextid=qi2Omg
"ኢትዮጵያ አዙሪት ውስጥ ነች። በምኞት ሃገር አትቀጥልም‼ Ani amala tokkoon qaba. Sirna fi seeraan ala dhaabni kun akka butamu hin eyyamu.kanammoo har'a,boris ta'e hiftaan ittan fufa. Kun immoo biyya Ertiraa keessatti si'a baay'ee yaalamee ture.garuu nan dide. Har'as kan yaalalamaa jiru dhaaba kana (ABO) bituudha. ---------- Siyaasa Itiyoophiyaa keessatti kan aadeffatame,ololaan maqaa nama balleesuu,olola sobaan nama rukkuchiisuu fi nama ajjeesisuudha. Dr.Diimaan kana yaale. Yoo ragaa qabatamaa ani waraana hogganaa fi ajajaa jiru yoo jiraata mana murtiitti na himachuu qaba ture. Miidiyaa irratti maqaa na balleessuu utuu hin ta'iin,mana murtiitti ragaa faana dhiheessuu qaba ture. Mootummaan kunis olola sobaa akkasiin akka burjaaja'ee nu shakku taasisuuf yaalu. --------------- Nuti akka dhaabaatti karaa nagaa qabsa'aa jirra. Karaa nagaa jachuun garuu Paarlaamaa galanii harka rukkutuu miti. Paarlaamaa hin gallu,gallees maalfuuna? Harka dhahuuf Paarlaamaa gallaa? Hin gallu. Waraana dhuma hin qabnetti kan of galche mootummaadha.araara biyyoolessaa,mootummaa cahumsaa fi marii biyyoolessaa barbaachisa ture.waraana dhaabanii gara mariitti hin seenamu taanaan,maraammartoo walfakkaataa seenaa biyya kanaa keessa ture keessaa hin baanu...." Jaal.Daawud Ibsaa Ayyaanaa HD.ABO -------------- Guutuu isaa video kana dhaggeeffadhaa. Waan waggaa shan dura dubbatame,maraammartoo siyaasaa walfakkaataa keessaa ba'uun hin danda'amne.
Channel name was changed to «Dave Abdiwaaq»
https://www.facebook.com/share/p/Ezr8s4vV2rwgjoZq/?mibextid=qi2Omg
Wantoota taajjabnerraa carraa/hireen namoota qabbanaa'oo caalaa,namoota ho'aa ta'aniif jilbeenfatti. Immoo carraa/hireen saalaan durba/dubartii ta'uushee irraa kan ka'e namoota hamma tokko of eeggatoo,garuummoo ho'aa ta'aniif ajajamti. Keessumaa carraa/hireen dargageessa qaama ho'aa ta'e jaallatti. Dargaggeessi carraa/hireekooti jadhee umrii ganamaan akka jilbernfatee kufu gooti. Carraa/hireen kennaa ykn badhaasa miti. Hiree/carraan akka nuti qabiinsa tolletti gaarii ykn hamaa ga'uu dandeessi.yoo nuti faara itti badnee,nyaara itti guurree,onnee guutuu fi haaloota ija jabinaan jijjiiruu yoo dandeenye,hiree/carraan nurratti aangoo fi aaboo hin qabdu. Niccolo Machiavelli (The Prince)