Imperial Academy Sululta Branch
Статистикаይህ የኢምፔሪያል አካዳሚ ሱሉልታ ቅርጫፍ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነዉ። ልዩ ልዩ መረጃዎችን የምናጋራበት ፣ስለ ልጆቻችን ዉሎ የምናሳውቅበት እንዲሁም የተለያዩ ማስታወቂያዎችን የምናጋራበት ገፅ ነዉ። ቤተሰብ ይሁኑ! አላማችን ብቁ ዜጋን ማፍራት ነዉ ! @imperialacademey2007
- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- ti
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 109
- 1/48двое суток
- 124
- 1/72трое суток
- 134
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
📢 BEEKSISA Maatii Barattoota Buleeyyii Mana Barumsaa Keenya Hundaaf Akkuma beekamu, galmeen barattootaa Adoolessa 20/11/2018 irraa eegalee gaggeeffamaa jira. Haa ta’u malee, maatiin barattootaa muraasni hanga ammaatti barattoota isaanii waan hin galmeessiniif, hanga guyyaa 08/12/2018tti argamtanii akka galmeessitan kabajaan isin beeksisna. HUBACHIISA Dareewwan barnootaa hedduun guutamaa waan jiraniif, barattoonni yeroo galmeen isaanii guutamee booda dhufan fudhatamuu dhiisuu danda’u. Kanaaf, yeroo murtaa’e keessatti galmee keessan akka xumurtan dursinee isin hubachiisna. M/B HORAA BULAA DEEBANAA!! GADAAN QUUFAA GABBINA --- 📢 ማስታወቂያ ለትምህርት ቤታችን የነባር ተማሪዎች ወላጆች በሙሉ እንደሚታወቀው፣ የተማሪዎች ምዝገባ ከሐምሌ 20/11/2018 ጀምሮ እየተካሄደ ይገኛል። ሆኖም አንዳንድ የተማሪዎች ወላጆች እስከ አሁን ድረስ ተማሪዎቻቸውን ስላላስመዘገቡ፣ እስከ 08/12/2018 ድረስ በመምጣት እንዲያስመዘግቡ በአክብሮት እናሳውቃለን። ማስጠንቀቂያ በርካታ የትምህርት ክፍሎች እየሞሉ ስለሆነ፣ የክፍል አቅሙ ከሞላ በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን መቀበል ላንችል እንደምንችል አስቀድመን እናሳውቃለን። ስለዚህ በተወሰነው ጊዜ ውስጥ ምዝገባዎን እንዲያጠናቅቁ እናሳስባለን። ት/ቤቱ መልካም ዕድል!! ትውልድ ይበልጽግ!!
Warreen maqaan isaanii tarreefaman kun Bultii Addaa BBO galuu ni danda'u kutaa 8ffaa gara 9ffaa
📢 ማስታወቂያ ከዚህ በላይ በተለጠፈው ማስታወቂያ መሠረት፣ ስማችሁ በExcel ተልኳል የተባላችሁ ተማሪዎች፣ የ7ኛ እና 8ኛ ክፍል እንግሊዝኛ እና ሒሳብ ትምህርቶችን ማለፋችሁን ካረጋገጣችሁ በኋላ፣ ነገ ከ3፡00 እስከ 6፡30 ድረስ በትምህርት ቤቱ በመገኘት እንዴት መመዝገብ እንደምትችሉ መረጃ ይሰጣችኋል። 📌 ማስታወሻ፦ ይህን መረጃ ያልሰሙ ወይም Telegram የማይጠቀሙ ነገር ግን ፍላጎት ያላቸው ተማሪዎች ካሉ፣ መረጃውን እንድታደርሱላቸው እባካችሁ አትርሱ። ለሁሉም ተማሪዎች መልካም ዕድል! 🌟 M/B
ለ9ኛ ክፍል ወደ #MBBA እና #MBA መግባት ለሚፈልጉ ተማሪዎች በሙሉ ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📢 ማስታወቂያ BBO – 03/12/2018 የ9ኛ ክፍል የMBBA እና MBA የመግቢያ ፈተና የሚሰጡባቸው የትምህርት ዓይነቶችና የምዘና ነጥቦች አሰራር የሚመለከት ማስታወቂያ። #1 የ9ኛ ክፍል የመግቢያ ፈተና የሚዘጋጅባቸው የትምህርት ዓይነቶች የ2ኛ ደረጃ የልዩ ትምህርት ቤቶች የ9ኛ ክፍል የመግቢያ ፈተና ከሚከተሉት የትምህርት ዓይነቶች ይዘጋጃል፦ 1. አፋን ኦሮሞ 2. እንግሊዝኛ 3. ሂሳብ 4. አጠቃላይ ሳይንስ ስለሆነም ተማሪዎች ከአሁኑ ጀምሮ በትኩረት መዘጋጀት አለባቸው። እንዲሁም በኦንላይን መመዝገብና የፈተና መስጫ ጣቢያ መምረጥ እንዳትረሱ! 🔗 የምዝገባ ሊንክ፦ https://exam.oeb.gov.et/ #2 የምዘና መስፈርቶች የተማሪዎች የመግቢያ ውጤት በሚከተለው መልኩ ይመዘናል፦ 1. የመግቢያ ፈተና ውጤት — 80% 2. የ2018 ዓ.ም የክልል 8ኛ ክፍል ፈተና ውጤት — 15% 3. የ7ኛ እና 8ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ውጤት — 5% በአጠቃላይ 100% ውስጥ ከፍተኛ ውጤት ያስመዘገቡ ተማሪዎች በደረጃቸው መሠረት ወደሚከተሉት የ2ኛ ደረጃ ልዩ ትምህርት ቤቶች ይመደባሉ፦ 🔹 ኢፋ ቦሩ የ2ኛ ደረጃ ልዩ ትምህርት ቤት 🔹 የኦሮሚያ ልማት ማህበር የ2ኛ ደረጃ ልዩ ትምህርት ቤት 🔹 ሌሎች የ2ኛ ደረጃ ልዩ ትምህርት ቤቶች ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📌 አስፈላጊ መልዕክት ስለሆነም ከአሁን ጀምሮ በኦንላይን በሚሰጠው የመግቢያ ፈተና ላይ በተለይ ትኩረት ሰጥቶ መዘጋጀት ወሳኝ ነው። በተጨማሪም የመመዝገቢያ ጊዜን በመከታተል በጊዜው መመዝገብና የፈተና መስጫ ጣቢያ መምረጥ አስፈላጊ ነው። 🌟 #መልካም_ዕድል! 📚 በትጋት ተዘጋጁ፤ የተሻለ ውጤት ያስመዝግቡ!
Dorgommii Barattootaa Bara 2019 A.L.I Mana Barumsaa Bultii Addaa Seenanii Ilaala. Waajjirri Barnoota Magaalaa Shaggar fi Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaa fi 2ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Dhiirotaa Galaan akkasumas Bultii Addaa Shamarranii Iteeggee Manan keessatti waggaa waggaadhaan barattoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata sadarkaa magaalattiin qabxii olaanaa galmeessanii gara kutaa 7ffaa fi 9ffaatti dorgomsiisuun calalee dabarsuuf waliigaltee waliinii qabaachuun ni yaadatama. Haaluma kanaan, bara barnootaa 2018tti Magaalaa Shaggar keessatti sirna barnoota Afaan Oromio yookiin Afaan Amaaraatiin kutaa 6ffaa fi 8ffaa baratanii bu'aa olaanaa galmeessuun gara kutaa 7ffaa fi 9ffaatti ce'an, dhiironni Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaa fi 2ffaa Bultii Addaa Dhiirotaa Galaanitti, Shamarran immoo Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaafi 2ffaa Bultii Addaa Shamarranii Iteeggee Mananitti dorgomanii bara barnootaa 2019tti barnoota isaanii hordofaniif simannaa ni taasisa. Kanaafuu, barattoonni ulaagaalee armaan gadii guutan mana barumsaa bultii addaa kana keessatti dorgomuu ni danda'u. Ulaagaaleen Galmee: Bara 2018 Magaalaa Shaggar keessatti sirna barnootaa Afaan Oromoo yookiin Afaan Amaaraatiin barachaa kan ture/kan turte ta'uu. Bara 2018 keessa: @Qormaata sadarkaa magaalaa kutaa 6ffaa irratti giddugaleessaan (Average) 80% fi isaa ol galmeessuu; akkasumas @Qormaata sadarkaa magaalaa kutaa 8ffaa irratti giddugaleessaan 80% fi isaa ol galmeessuu. @Mana barumsaa irraa xalayaa ragaa rakkoo naamusaa kamiyyuu akka hin qabne ibsu dhiyeessuu danda'uu. @Gumiiwwan garaagaraa keessatti dammaqinaan hirmaachaa kan ture/te. Kanneen kutaa 7ffaaf dorgoman: @Galmeeffamtoota kutaa 7ffaatiif, guraandhala (avereejii) bu'aa kutaa 5ffaa fi 6ffaa 80% fi isaa ol kan ta'e, guraandhala bu'aa barnoota Herregaa (Mathematics) 80% fi isaa ol, akkasumas guraandhala bu'aa barnoota Ingiliffaa (English) 80% fi isaa ol kan qaban; Galmeeffamtoota kutaa 9ffaatiif, guraandhala (avereejii) bu'aa kutaa 7ffaa fi 8ffaa 80% fi isaa ol ta'ee, guraandhala bu'aa barnoota Herregaa 80% fi isaa ol, akkasumas guraandhala bu'aa barnoota Ingiliffaa 80% fi isaa ol ta'uu qaba. Guyyaan galmee Adoolessa 27 hanga 1/12/ bara 2018 A.L.Itti ni gaggeeffama. Haalli galmee: Galmeen karaa toora marsariitii (ONLINE) ni raawwatama. Liinkiin galmee: o Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dhiirotaa Galaaniif: https://bs.ministry.et o Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dubartootaa I/Mananiif: https://bs.ministry.et Qormaata seensaa: Barattoota dorgomtoota gara kutaa 9ffaa fi 7ffaatti darbaniif Hagayya 6 fi 7 guyyaa qormaataa ta'a. Haaluma kanaan, bakki fi sa'aatiin qormaataa beeksisaan kan ibsamu ta'a. Bakki fi sa'atiin qormaataa beeksisa addaatiin ni himama. Hubachiisa: Guyyaa galmee fi qormaataa ifoomeen alatti barataan dhufu tajaajila kan hin arganne ta’uu isin hubachiifna.
без подписи
በዚህ ገብታችሁ ማየት ትችላላችሁ https://oromia6.ministry.et/#/result
Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa guyyaa borii ni ifooma. Madda: BBO
без подписи
ለ2019ዓ.ም የትምህርት ዘመን ምዝገባ ሲመጡ የሚከተሉትን ነገሮች አሟልተዉ ይምጡ። 1. የተማሪ ሁለት ጉርድ ፎቶና የወላጅ (አሳዳጊ) አንድ ፎቶ ይያዙ ፤ሁለቱም 3×4 መሆን አለበት። 2. የተማሪ ሰርተፍኬት (Report Card) ፤ ለአዲስ ተማሪ ደግሞ መሸኛ መያዞ አስፈላጊ ነዉ። 3. አንድ የመረጃ መያዣ (ክላሴር) 4. የምዝገባ ሰዓት ከጠዋቱ 2:30 እስከ 7:00 ብቻ ይሆናል። 5. ለነባር ተማሪዎች ቅድሚያ የምንሰጥ ሲሆን አዲስ ተማሪዎችን ባሉን ክፍት ቦታዎች ብቻ የምንቀበል ይሆናል። 6. የተማሪ የልደት የምስክር ወረቀትና National ID አንዳንድ ኮፒ ይዘዉ ይምጡ። Galmee bara barnootaa 2019tiif yemmuu dhuftan wantoota armaan gadii guutun dirqama. 1. Suura barataa lamaa fi kan maatii (guddistuu) tokko 2. Kardiii barataa, barttoota haaraaf immoo geggeessituu mana barumsaa irraa dhufe ibsu. 3. Kilaaseerii tokkoo, ragaa dhalootaa ibsu fi National ID koppii tokko tokko. 4. Guyyaan galmee Adoolessa 20/2018 yoo eegalu, guuyyoota hojii hunda ganama sa'aa 2:30 hanga 7 :00 argamuun gamaahuu dandeessu. 5. Duursa barattoota buleeyyif kan kenninu yoo ta'u, barattoota haara'a immoo iddoo duwwaa qabnurratti kan simannu ta'a
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
2018E.C Grade 8 Top 10 High Scored Students! 1. Tsion Fikadu 2. Fikir Endale 3. Nuhamin Tewediros 4. Rakeb Muluken 5. Dagim Endale 6. Efrata Shemalis 7. Melaku Mekonin 8. Arsema Haftu 9. Sanyii Tariku 9. Bitaniya Mulatu 10. Mahilet Abebe ኮርተንባችኋል 💙