tgindex
MEDIA HAQAA

BAGA NAGAAN GARA CHANNEL @mediahaqaa NAGAAN DHUFTAN CHANNEL KUN ODEEFFANNOO WAYITAAWWAA KAN ISIN BIRAAN GAHUDHA 💬NU QUNNAMUUF💬 @MediaHaqaaDm 📚Odeeffannoo Barnootaaf📚 @MEDIA_HAQAA 💬BAKKA MARIIF💬 @BAKKA_MARII_MEDIA_HAQAA

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
13
Всего постов
121
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
22 512
+308 за 4 дн.
Сутки
+218
+0,98%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
553
40 постов
Вовлечённость
2,5%
к подписчикам
Постов в день
1,9
всего 121
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
по 3 постам
1/24сутки в ленте
208
1/48двое суток
238
1/72трое суток
256

Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.

Посты

  • 14 авг.65из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.93из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.105из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.431из Quality Buttonудалён 14 авг.

    без подписи

  • 14 авг.782из Quality Buttonудалён 14 авг.

    без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • 13 авг.280удалён 14 авг.

    без подписи

  • 13 авг.244удалён 14 авг.

    без подписи

  • Namoonni dhuunfaa meeshaa  konkolaataa birrii miiliyoona 6 olitti tilmaamamu hatan to'annoo jala oolan. Poolisiin Namoota dhuunfaa lakkoofsaan 6 ta'an kan meeshaa  konkolaataa birrii miiliyoona 6 olitti tilmaamamu hatan to'annoo jala oolchuun qorannoo gaggeessaa jiraachuu beeksise. Hordoffii baatii 1 fi guyyoota 15 fudhateen magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garagaraatti namoota meeshaalee konkolaataa hataa turan 5 fi namoota meeshaa hatame kana bitan 2 to'achuudhaan qorannoo gaggeessaa jiraachuu Poolisiin beeksiseera. Shakkamtoonni kunneen maqaan isaanii Daawwit Mangistuu, Kadir Ahimed, Mahadii Sabit, Eliyaas Araggaa fi Baqaaluu Andu'aalem jedhaman kanneen meeshaalee konkolaataarratti xiyyeeffachuudhaan yakka saamichaa raawwatan ta'uu poolisiin Finfinnee fuula miidiyaa hawaasaa isaarratti eereera. Darajjee Taaddasee fi Choombee Haayiluu kanneen jedhaman ammoo namoota meeshaalee kana bitan ta'uun isaanii himameera. #mediahaqaa

  • без подписи

  • без подписи

  • 13 авг.215удалён 14 авг.

    без подписи

  • Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019  irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: ✅Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), ✅Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), ✅Teeknoloojii Uffannaa (Garment) ✅Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, ✅Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), ✅Misooma Sooftiweerii (Software Development), ✅Oomisha Midhaanii, ✅Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, ✅Tajaajila Hoteelaa, ✅Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, ✅Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. @MEDIA_HAQAA

  • без подписи

  • без подписи

  • 11 авг.584из Quality Button

    Gadhiifameera 🔥🔥🔥 Diraamaan Hiree Jaalalaa Kutaa 93ffaan gadhiifameera! bakka JOIN jedhu tuquun seenaa daawwadhaa! 👇👇

  • #Akeekkachiisa: Viidiyoon kun qabiyyee suukanneessaa fi namoota tokko tokkoof sodaachisaa ta'e of keessaa qaba. Ilaaluun dura of eeggannoo godhaa. ⚠️ Taaylaand kutaa kibbaatti tapha kubbaa miilaa gaggeeffamaa ture irratti, taphataan kubbaa miilaa tokko bakakkaadhaan rukutamee lubbuun isaa darbeera. Bakakkaan kun dirree irra bu'uun taphaticha kan rukute yeroo taphichi rooba cimaa keessa gaggeeffamaa turetti dha. ⛈️ Balaa kana booda daawwattoonnii fi hojjettoonni balaa tasaa gargaarsa taasisanii gara hospitaalaa yoo geessan iyyuu, lubbuu isaa oolchuun hin danda'amne. Abbootiin taayitaa akka ibsanitti, balaa kanaan dabalataan namoonni 12 gubamanii madaa'aniiru. 🗓️ Hagayya 1, bara 2018 (A.L.I) @mediahaqaa

  • 7 авг.1 035

    без подписи