tgindex
New Era Primary School

New Era Primary School

Статистика

Worksheets

Последний пост
9 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
und
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
875
−1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
612
20 постов
Вовлечённость
69,9%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
587
1/48двое суток
672
1/72трое суток
725

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 9 авг.217из wwwAddisAbabaeducationbureau

    መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://bs.ministry.et Beeksisa! Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Qulqullina Barnoota Bulchiinsa Magaalichaa Keessatti Kennamu Ol Guddisuuf Giddu-Gala Madaallii Saayinsii Moodeela Idil-Addunyaa Uumuudhaan Xiyyeeffannoodhaan Hojjachaa Jira. Haaluma Kanaan, Bara Barnootaa 2019tti Mana Barnoota Waliigalaa Sadarkaa Lammaffaa Misraq Goh Saayinsii Moodeela Idil-Addunyaa Keessatti Barattoota Kutaa 9ffaa Hanga 12ffaa Simatee Barsiisuuf Hojii Qophii Xumuree Jira. Salphaatti, Barattoonni Mana Barnootaa Kana Keessatti Barachuu Barbaaddan, Ulaagaalee Dorgommii Miidiyaalee Hawaasummaa Biiroo Barnootaa Irratti Ibsaman Bu'uura Godhachuun, Liinkii Ibsameen Hanga 8/12/2018 A.L.I.tti Galmaahuu Kan Dandeessan Ta'uu Isinii Beeksifna. Liinkii Galmee:- https://bs.ministry.et ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • 9 авг.210из wwwAddisAbabaeducationbureau

    ማስታወቂያ! (ነሀሴ 3/2018 ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በከተማ አስተዳደሩ የሚሰጠዉን ትምህርት ጥራት ለማላቅ ሞዴል አለም አቀፍ የሳይንስ ልህቀት ማዕከል በመፍጠር በትኩረት በመስራት ላይ የሚገኝ ሲሆን በ2019 የትምህርት ዘመን በምስራቅ ጎህ የሳይንስ ልህቀት ማዕከል ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ከ9ኛ እስክ 12ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ለማስተማር የቅድመ ዝግጅት ስራዉን ያጠናቀቀ በመሆኑ በትምህርት ቤቱ ለመማር የምትፈልጉ ተማሪዎች በትምህርት ቢሮ ማህበራዊ ሚዲያ አማራጮች ላይ በተገለጸው የመወዳደሪያ መስፈርት መሰረት በተጠቀሰው የመመዝገቢያ ሊንክ እስከ 8/12/2018 ዓ.ም ድረስ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፡፡

  • без подписи

  • https://youtu.be/p7qW7sq3ZxY?si=GnRR7p4lTpCOYhBI

  • የኒዉ ኤራ ት/ቤት ራዕይ፤ ተልኮና እሴት ፡፡     MUL’ATA Manni barumsaa Niiwu Eeraa sadarkaa 1ffaa fi giddugaleessaati sirna barnoota bu’aa qabeessa ta’ee diriirsuun bara 2022ti  barattoota sadarkaa addunyaatti dorgomaa ta’an horachuu fi lammiilee misooma, dimokiraasii fi bulchiinsa gaarii keessatti gahee olaanaa qaban horachuudha.                                       ERGAMA Ergamni mana barumsaa barumsaa niiwu eeraa sadarkaa 1ffaa fi giddugaleesaati maatii barattoota fi hawaasa naannoo mana barumsaati argaman hojii barnootaa keessatti hirmaachisuun caasaa barnootaa fi investaroota  damee  barnootaa irratti bobba’aniif deeggarsa ogummaa fi teeknikaa kennuun barnoota iftoominaan babal’isuun haala qabatamaa magaalaa finfinnee kan gidduu galeeffate fi akka idil-addunyaati  barnoota ulaagaa gutaatee fi teeknooloojiin deeggarame sagantaalee mijaataa ta’e hawaasaan ga’uudha.                                                     SONAWWAN -Jijjiiramaaf qophiidha. -Qulqullina barnootaaf dursa kennina. -Qorannoo fi qo’annoon furtuu rakkoo keenyaati. -Beekumsaa fi amanammummaan hoogganna/hojjenna. -Iftoominaan tajaajila. -Sirna itti gaafatamummaa ni babal’isna. -Tajaajila olaanaa ni kennina. -Waliin hojjechuun ibsiituu keenyadha. -Amalli gaariin ibsiituu lammii keenyaati. ራዕይ በኒው ኤራ አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት በ2022 ውጤታማ የትምህርት ስርዓት በማስፈን ዓለም አቀፍ ተወዳዳሪና ለሃገር ግንባታ ቁልፍ ሚና የሚጫወት ትውልድ ማፍራት፡፡               ተልዕኮ በኒው ኤራ አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት ባለድርሻ አካላትን በማሳተፍ፤ የትምህርት ተቋማትን በፍትሃዊነት በማዳረስና ተገቢ ድጋፍና ክትትል በማድረግ፤ በቴክኖሎጂ የተደገፈ፣ ዓለም አቀፍ ደረጃውን የጠበቀ፣ ብቃትና ጥራቱ የተረጋገጠ አጠቃላይ ትምህርት በተስማሚ ፕሮግራሞች ለአካባቢው ነዋሪ መስጠት፡፡               የተቋሙ እሴቶች •ለለውጥ ዝግጁ ነን፣ •ለትምህርት ጥራት ቅድሚያ እንሰጣለን፣ •ጥናትና ምርምር የችግሮቻችን መፍቻ ነው፣  •በእውቀትና በእምነት እንመራለን/እንሠራለን፣ •በግልጽነት እናገለግላለን፣ •የተጠያቂነት ስርዓትን እናሰፍናለን፣ •ለላቀ አገልግሎት እንተጋለን፣ እንሰጣለን •በጋራ መስራት መገለጫችን ነው፣ •መልካም ሥነ-ምግባር የዜጎቻችን መለያ ነው፣

  • без подписи

  • 20 июл.865из nathan7dawa

    Sub- c

  • без подписи

  • 20 июл.8291из ONEOPHY

    NOTE...☝️☝️☝️

  • 17 июл.9825из yime07

    без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • 17 июл.8182из eshetprime2013

    без подписи

  • без подписи

  • 17 июл.6302из eshetprime2013

    без подписи

  • 16 июл.6603из wwwAddisAbabaeducationbureau

    ü  በበይነ መረብ (ONLINE) ሆኖ ማስፈንጠሪያ ሊንኩም https://bs.ministry.et         የመግቢያ ፈተና ቀን ü  9ኛ ክፍል ለሚገቡ ተወዳዳሪ ተማሪዎች ሐምሌ 22 ቀን 2018 ዓ.ም         በመሆኑ የፈተና ቦታና ሰዓት በቀጣይ በማስታወቂያ ይገለጻል፡፡      ማሳሰቢያ፡- በምዝገባና በፈተና ወቅት ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የመጣ አይስተናገድም፡፡     Beeksisa dorgommii barattoota Kutaa 9ffaa Kaampaasii Saayinsii Shardii (Science Shared Campus) Yuunivarsiitii Barnoota Kotteebee Bara Barnootaa 2019tiif: Akkaataa qajeelfama simannaa barattootaa Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneefi Yuunivarsiitii Barnoota Kotteebeetiin waliin qophaa'een, Kaampaasii Shardii Saayinsiitiif barattoota haara Kutaa 9ffaa bara barnootaa 2018 keessa qormaata magaalaa guutuu kutaa 8ffaa fudhatanii qabxii olaana galmeessisan dorgomsiisuun bara barnootaa 2019 keessa barsiisuuf qophiin xumurameera. Kanaafuu, barattoonni ulaagaalee armaan gadii guutan Kaampaasii Shardii Saayinsii keessatti dorgomuu ni danda’u: 1.      Bara barnootaa 2018 keessa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti damee Amaariffaa ykn Afaan Oromootiin barachaa kan turan; 2.      Qormaata magaalaa guutuu daree 8ffaa bara barnootaa 2018 keessatti qabxii giddu-galeessaan (Average) 80% fi isaa ol kan galmeessisan; 3.      Qormaata magaalaa guutuu daree 8ffaa bara barnootaa 2018 keessatti akaakuuwwan barnootaa Saayinsii Waliigalaa, Herrega, fi Ingiliffaa keessaa tokkoo tokkoon isaaniitiin qabxii qormaataa 80% fi isaa ol kan galmeessisan; 4.      Mana barumsaa bara 2018 keessa barachaa turan irraa hanqinni amalaa (naamusa) tokkollee akka isaan irratti hin mul'atin xalayaa ragaa kan dhiyeeffatan; 5.      Mana barumsaa isaanii keessatti kilaabii Saayinsiifi Teeknoolojii keessatti hirmaachuu isaaniitiif ragaa kan dhiyeeffatan; 6.      Qabxii kutaa 7ffaa isaaniitiin akaakuuwwan barnootaa Saayinsii Waliigalaa, Herrega, fi Ingiliffaa keessaa tokkoo tokkoon isaaniitiin qabxii giddu-galeessaa 80% fi isaa ol kan qaban; 7.      Mana barnoota Kaampaasii Saayinsii Shardii keessatti damee Saayinsii Umamaatiin (Natural Science) itti fufuu kan barbaadan; 8.       Guyyaan Galmee: Adoolessa 13 hanga  17 bara 2018 A.L.H. tti gaggeeffama; 9.       Haala Galmee: Toora interneetiitiin (ONLINE) yoo ta'u, liinkiin galmee: https://bs.ministry.et 10.    Guyyaa Qormaata Seensaa: Barattoota dorgomtoota daree 9ffaatiif Adoolessa 24, 2018 A.L.H. ta'a. Iddoonii fi sa'atiin qormaataa beeksisaan kan ibsamu ta'a. Hubachiisa: Yeroo galmeefi qormaataa dursees ta'ee boodatti hafee kan keessummeeffamu hin jiru.     ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc