📢Oromoof channel📢
СтатистикаChannel keenya share gochuun nu cinaa dhaabbadhaa For promotion @YaadafgaaffiBot https://telega.io/c/oromoofchannel
- Последний пост
- 11 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 26
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 67
- 1/48двое суток
- 76
- 1/72трое суток
- 82
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
🎓 HEY, 2019 E.C FRESHMAN! 🥳 University is a whole new chapter — new place, new people, new experiences. 📖✨ And honestly, it’s better when you don’t have to figure everything out alone. 🤝 That’s why we created FRESHAURA 🇪🇹 🫶 📚 Common course PDFs 📝 Notes & past papers 📢 Important updates 💡 Opportunities & scholarships 🤝 Freshman connections 🚀 Tips to help you start strong 📖 CHAPTER 01 STARTS NOW. ✨ Start it with FRESHAURA. 🔥 Come join us — your freshman journey starts here. 🎓🇪🇹
Bu'aan qormaata biyyoollessa kutaa 8ffaa gad lakkifameera ilaallachuuf https://t.me/+KL8UKmSRRn02ZGM0 asiin ilaalladhaa
📢Oromoof channel📢 pinned «Akkuma beekkamu yeroo dheeraaf toorarraa badnus amma deebineerra wan taheef kana booda maal irratti qophoofne akka dhufnu filannoo asii gadiin nuuf ibsaa! Hub:- 1 ol filachuun ni dandahama. Kanaan adda yoo the comment irra nuuf kaaha»
без подписи
Finally, we are back!!!
Next year's (2019 E.C) high school students join this elite channel and prepare ur self as much as possible https://t.me/+-3GnwDWFZTFhYmJk
Channel photo removed
https://telega.io/c/oromoofchannel
Keneni Aduga, a 25 year old model and social media presence, had died on March 10, 2025 - after allegedly falling from the 5th floor apartment she cohabitates with her partner, musician Andualem Gossa. Keneni, known for her strong social media presence and beloved by many, tragically died under circumstances that raise profound alarm and demand urgent action. Andualem was initially detained as a suspect but was subsequently released due to "lack of evidence." Since then, information indicating patterns and history of abuse have come out on social media. We believe the circumstances surrounding Keneni's death, coupled with disturbing new information, necessitate a fresh and impartial inquiry. To this end, we demand a thorough, transparent, and INDEPENDENT reinvestigation into the suspicious death of Keneni Adugna. Sign this petition to demand truth, accountability, and systemic change for Keneni and for all women and girls in our society who deserve safety, dignity, and justice 👇🏾 https://chng.it/kgQ5dQxfzm
Repost! #DHUGAA JIRTU Jira garuu hin jiru! .... Boombaan jiraatus bishaan hin qabu. Shiboon diriiree argitus elektirikii hin dabarsu. Akkuma onneen guutee jaalalli keessa hin jirre jechuudha. ... Erga social median gabaa argatees social life'n gurgurtaa dhabeera. Mana guutuu keessaa sadarkaa namni dhibuurra ga'eera. Wal bira taa'ee waliin ooda uummatni. Waliin haasa'uun hafee kiyyoon waliin dubbii nama qaamaan nu bira hin jirretti darbatamuu erga eegalee bubbule mitiiree...? (Maal si galche! Maal na galche!) ... Ammas biyya kanatti! Ittoon jira dhadhaa fi zayitiin garuu.. l... mana kee situ beeka waan ta'eef itti guuttadhu... Egaa rasaasni keessaa dhibus qawween guuteera. Akkuma buqqeen mataa guutee sammuun keessaa dhibe. Edaa sammuun immoo jira qalbiitu keessa hin jiru malee. Maal garuummoo masaraan mootummaa mootummaa hin qabneyyuu lafa ballaarratti diriiree ijaarameera mitii...? Ani hin jenne😝😛😂 Wantan irraanfadhe: Kanniisis guuteera damma garuu hin argatan. Join us and share @oromoofchannel @oromoofchannel @oromoofchannel
Namoonni group telegram gurguruu barbaaddan karaa @huzmeh dhaan nu qunnamaa!!!
Halkan 🌘Ofiifuu barii hin Oollef. Lukkuun🐔 iyyaa bulti. 🙄Jireenya kee jalqabarraa haga dhumaa 🤏waan Raawwatame jiru Rabbi biratti.🥀 Sababsuudha malee🏃♀️ itti cinqamuu hin feesisu🤷♂️ Join us and share @oromoofchannel @oromoofchannel @oromoofchannel
Gaggaafachuunkoo oolmaakee Waan siif game fakkaata Ni deemtaakeen sodaadhaa Of gowwoomsuuf yaalus waankee Shakkiitu fiigee naan kaata Si shakkuuuttan maraadha Hin dandeenye Ani bareedduu Sirrachuuf of dhamaasa Shakkiinkees natti abaasaa Namni hundumtuu yoo si laaluu Lapheekoot na dhaabbatta Qalbiinkoo si saassata Hiriyyaa lubbuu iftuu dukkanaa Mi,aa cubbuu nan godhin anaa Gadidduu hamaa Mee jaalalaaf kamtuu caalaa Dagatamurraa shakkamuu wayyaa Isat jaalalaa💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖 Andu'alem gosaa new album|| Hiriyyaa lubbuu Join us and share @oromoofchannel @oromoofchannel @oromoofchannel
Asoosama haaraa haa eeggalluu❓ Yaada keessa comment jalatti barreessaa👇
Kana beektuu? Dheerinni miila keenyaa ciqilee keenya irraa kaasee hanga qaccee(xumuraa) ganaa(barruu) keenyaatti yoo safarre walqixa Mee yaalaamee yaalee Kan mirkaneesse comment irratti barreessaa Join us and share @oromoofchannel @oromoofchannel @oromoofchannel
📢Oromoof channel📢 pinned Deleted message
Sheekspir yeroo tokko akkas jedheera: "Yeroon kophee hin qabne nin booya ture garuu nama miila hin qabne yeroon argu boo'uu dhiise." Jireenyi eebbaan guutamti, yeroo tokko tokko gatii hin kenninu. Waan jechuu barbaade Kan beekutu beeka😉 Join us and share @oromoofchannel @oromoofchannel @oromoofchannel
📢Oromoof channel📢 pinned «Akkam jirtu jaallatamoo hordoftoota channel keenya akkuma beekkamu asoosama #SIMBOO jalqabnee turre maarree har'a kutaa 5ffaa fi kutaa 6ffaa (kutaa xumuraa) walirratti gad isiniif lakkifna hanga sanatti Namoonni isinitti tole react godhaa fi yaada qabdan…»
#SIMBOO (Asoosama Gabaabaa) - #Kutaa 5ffaa Harka kootin fuula koo irraa dafqaaf imimmaan makaa xuruurfadheen ija koo cufamee jiru banadhee of fuldura ilaale.Takka turee garuu sagalee ''…Maatin keetis bilisaan lafa tana irra jiraatu aniif ati immoo gara…
#SIMBOO (Asoosama Gabaabaa) - #Kutaa 5ffaa Harka kootin fuula koo irraa dafqaaf imimmaan makaa xuruurfadheen ija koo cufamee jiru banadhee of fuldura ilaale.Takka turee garuu sagalee ''…Maatin keetis bilisaan lafa tana irra jiraatu aniif ati immoo gara Washington D.C yoo deemne jireenya badhaadhinaa jiraanna,Jaalalli qofti jireenya kee hin geeddaru,ani garuu jaalala dabalatee waa hunda siif kenneen jireenya kee qofa osoo hin taane kan maatii keen geeddara'' jedhun dhagahe.Suuta jedheen idduman taa'un mataa koo gara lixaatti naanneffadhe.Kanan arge amanuu hin dandeenye,mucayyoo fuulli ishee imimmaanin corroqa tahe,ijji ishee diimate,rifeensi ishee wal jala marqame wayii yeroo mucaan diimaa qal'aa dheeran,#Diasporan tokko konkolaatatti hirkatee morma ishee irra harka godhatee jirun arge.Simboo koo turte,dafeen ol utaalee kahee gara isaanitti fiige.Fuulli Simboo gara kootti ife,naasuun jaalalaa garuu iddoo dhaabbattutti ishee kuffise.Namtichi waliin dhaabbatus ni rifate,lafaa kaasuf harka lamaan itti jedhe,ana xiiqiin jaalalaa na keessaa laboobaa jira,humna hin jirre ergifadheen matarratti isa bahe.Wanti ta'amaa jiru abjuu itti tahe,amma inni laafuttin tume.Uuuuuffff osoon ajjeese.... Itti fufa.... MADDA👉 Telegram Join us and share @oromoofchannel @oromoofchannel @oromoofchannel