tgindex
WALLAGA UNIVERSITY HAPCO

WALLAGA UNIVERSITY HAPCO

Статистика

This channel is created to create an informed and well protected University and surrounding community by providing high quality of HIV/AIDS and RH services to create a healthier and enabling learning, working and living environment

Последний пост
29 сент. 2025 г.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
24
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Образование
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 985
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 905
24 постов
Вовлечённость
97,3%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 24
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • "Taayifoodiin Maali? Maalirraa Nama Qaba?" ********* Taayifoodiin dhukkuba baakteriyoota "Salmonella Typhi" fi "Salmonella Paratyphi" jedhamuun dhufu yoo ta’u, biyyoota guddachaa jiran keessatti bal’inaan mul’ata, garuu biyyoota guddatan keessatti hedduu hin mul’atu. Dhukkubni kun yeroo baay’ee nyaata qulqullinna hin qabne fayyadamuun, bishaan qulqulluu hin taane dhuguudhaan, fuduraafi kuduraa dheedhii naannoo bobbaa itti bahanitti biqile nyaachuun, akkasumas nama dhukkuba sana qabu waliin hariiroo dhihoo qabaachuudhaan daddabra. Dandeettiin qaama dhibee ittisuu gadi bu’uu fi qorichoonni aasidii garaachaa hir’isan carraa dhukkuba kanaan qabamuu dabalu. Mallatooleen dhukkuba kanaas erga saaxilamanii booda torbaan tokkoo hanga sadihiitti mul’achuu danda’u. Isaan keessaa hoo’a qaamaa dabalaa dhufu, bowwoo, dadhabbii, dafqii fi hollachuu, fedhii nyaataa dhabuu, lolloojjessuu, garaa gogsuu ykn baasuu, dhukkubbii maashaa harkaafi lukaatti dhagahamu, dhukkubbii garaa, fi shifiniinii xixiqqoo gogaa garaa, laphee fi qomaa irratti mul’atan ni argamu. Mallatooleen kun yeroo tokkootti hundi wal faana mul’achuu dhabu danda’u. Yoo taayifoodiin otoo hin yaalamin hafe, rakkinnoolee qaama keenya irratti hammaataa fiduu danda’u, fakkeenyaaf mar’umaan dhiiguu fi uramuu, akkasumas infeekshinii kalee, afuuffe fincaanii, maashaa onnee, somba, rajiiji, tiruu, manjalloo fi rakkoo sammuu fida. Kanaaf, of eeggannoo gochuun barbaachisaa dha: nyaata qulqulluu nyaachuu, bishaan qulqulluu dhuguu, mana fincaanitti fayyadamuu fi erga baanee harka saamunaan dhiqachuu. Yoo mallatooleen dhukkuba kanaa of irratti agartan, gara mana yaalaa deemuun qoricha ogeessi yaalaa ajaju haalaan fudhachuun murteessaadha. **********https://t.me/WHAPCO2021

  • видео или голосовое, без подписи

  • Yuunisitiin Wallaggaa barattoota buleeyyii fulbaana 8 fi 9 / 2018 tti waameera.

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ‎Guyyaa; 03/13/2017 ‎Yuunivarsiitii Wallaggaa, kaampaasii Gimbiitti, Leenjiin hubannoo uumuu ogeessota Kiliinika barattootaafi hojjettoota mana ciisichaa barattootaarra hojjetaniif Kenname. ‎ ‎Leenjiichi walta’iinsa daayirektoreetii dhimma dubartootaa fi hawaasummaa Yuunivarsiitii Wallaggaa fi kaampaasii Giimbiin kan qindaa’eedha. ‎Leenjin kun, akkaataa qajeelcha ministeerri barnootaa fi ministeerri eegumsa fayyaa federaalaa kaa'aniin kan kenname dha. ‎Leenjii kana keessattis dhibee saal_qunnamtiin daddarban keessaa tokko kan tahe dhibee 'Syphilis' kan of keessatti qabatuu fi dhibeen kun immoo 'HIV' fi Vaayirasii tiruu waliin yeroo baayyee kan wal biraa hinhafne tahuu qorannoon baayyeen kan agarsiisu waan taheef leenjiin kunis mata dureewwan kana kan of keessatti hammachuun kennamee jira. ‎Akkasumas dhibeewwan kun baayyeen isaa namoota qorichoota araada namatti tahan of waraanan irratti daran kan hammaatu tahuu qorannoon 'Ethiopian public health institute' dhaan bara 2024tti hojjetame nii agarsiisa. ‎Haaluma kanaan leenjiin hubannoo uumuu kun barattootni yeroo dhukkubsatanitti yaalota barbaachisoo tahan akkaataa itti argachuu danda'anii fi ittisa isaa irratti gadi fageenyaan leenjiin kan kennamedha, gara fuul_duraattis leenjiin hubannoo uumu akkasii kun kan itti fufuun kennaman tahuun ibsamee jira. ‎ ‎Leenjicha kan kennan Faantaahun Guuttataas, qindeessaa Ittisaafi to'annoo dhibee HIV/AIDS Yuunivarsiitii Wallaggaatti, leenjii kana kennuun cinatti dhukkubsataa kamiifuu gargaarsi gaafa godhamu of eeggannoowwan barbaachisoo tahan akka godhamuu qaban ibsanii jiru. ‎Akkasumas daayirektoreetiin dhimma dubartootaa fi hawaasummaa yuunivarsiitii Wallaggaa, Aadde Wangeelaawit Maatiwoos akka jedhanitti, leenjiwwan akkasii kun damee yuunivarsiitii Wallaggaa lamaanittuu itti fufuun kan kennamu tahuu ibsuun ittisa dhibee Vaayirasii tiruu irratti hojjetamuu akka qabu fi hubannoo argatan kana leenjifamtootni akka hojiitti jijjiiruu qabanis dhaamaniiru. ‎

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

WALLAGA UNIVERSITY HAPCO — tgindex