tgindex
BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚

BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚

Статистика

A/oromoo Youtube channel keenya seensiftuu gadii jirtu cuqaasuudhaan @Subscribe @Share gochuu hin dagatinaa galatoomaa!😊👇 www.youtube.com/@WordPowerTube https://www.youtube.com/@Alive_hope Nu quunnamuuf:https://t.me/Latinaaf https://t.me/wbiky

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
6
Всего постов
25
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Видео
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 242
+11 за 3 дн.
Сутки
+7
+0,31%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 166
25 постов
Вовлечённость
52,0%
к подписчикам
Постов в день
0,9
всего 25
Упоминаний
2
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
265
1/48двое суток
303
1/72трое суток
327

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ...''Nagaan Isiniif Haa Ta'u!''... 😊 Yohanis 20:26 @barumsasanbataa

  • Kanaafis isa duwwaa beekuu, humna du'aa ka'uu isaas miyeeffachuu, dhiphina isaa irraa, du'a isaa irraas hirmaachuu nan barbaada. Filip 3:10 @barumsasanbataa😊

  • WANTI FEDHA WAAQAYYOO DUUBA TA'U TOKKO'LLEE HIN JIRU.😊 @barumsasanbataa

  • https://youtube.com/shorts/lxMrHB7oEcA?si=-PD4x0Vw4jmiZ5QU

  • Abdii kutannaan, gaddi, cubbuun, namni dhukkuba himatu tokko hin jiru; awwaalchi, nama du’eef gadduun, du’i, adda ba’uun, cabin onnee hin jiru; garuu Yeuus jira, nagaan jira. Achitti “Ani Waaqayyo kanan isaaniif ho’u isaan nan geggeessa; gara burqaa bishaaniittis isaan nan geessa; isaan hin beela’an, hin dheebotanis, saafaan akka abiddaa boba’uu fi ho’i aduu isaan hin miidhu.” Isa. 49:10. 😊 @HopeInHisReturn @barumsasanbataa

  • Yesus Nu Fayyisuudhaaf Jecha LUBBUU'saa Du'atti Dabarsee Kenne; Oluun Fayyuun keenyaa Salphaa Miti GATII guddaatu nutti Ba'e. 🙏 @barumsasanbataa

  • Mirgi Filannoo Rakkisaadha Gooftaayyuu Nama Gansiisa. 🎶 @barumsasanbataa

  • https://t.me/haftuuproduction 🙏

  • 30 июл.1 041141

    There is only one solution for man’s sinful problem, and that is Jesus Christ!

  • 28 июл.1 10314

    ani yeroon sodaadhutti, amanannaa koo si irra nan kaa'adha. 😊 Faar. 56:3 @barumsasanbataa

  • 24 июл.1 37218

    Waan si oolchuu hin dandeenye hin hordofin. Isa si oolchuuf ofii isaa kenne, jechuun Yesus Kiristoosin hordofi.😊 @latinaaf

  • 24 июл.1 405183

    Heertuu Yaadannoo: "Dhagni keessan mana qulqullummaa hafuura qulqulluu isa isin keessa jiru ta'uu isaa hin beektanii ree? Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; mana qulqullummaa hafuura isaas erga taatanii, isin kan ofii keessanii miti. Waaqayyo gatiidhaan isin bitate; kanaaf guutummaa dhagna keessaniin waan inni ittiin galateeffamu hojjedhaa!" (1Qorontos 6:19, 20). @barumsasanbataa

  • 18 июл.1 50312

    Humni kee inni to'annoo fi of qabuu hin qabne, yeroo booda dadhabina kee isa guddaa sitti ta'a! @barumsasanbataa

  • 17 июл.1 514193

    Heertuu Yaadannoo: "Obboloota ko, isin hundumti keessan waan dubbattanitti akka walii galtan, yaada tokkoon akeekkattanii, tokkummaadhaanis raawwachuudhaaf akka qophooftan malee, isin gidduutti gargar ba'uun akka hin jiraanne, maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin isinan gorsa." (1 Qorontos 1:10).

  • 7 июл.2 2473320

    Barumsa Sanbataa N-3ffaa 2026.pdf

  • 7 июл.1 81425

    HIN DAGATIN! kadhannaa caalaa humni guddaan hin jiru. AMANTII Caalaa jabinni guddaan hin jiru. WAAQAYYOO Caalaa immoo wanti guddaa hin jiru. @barumsasanbataa 😊

  • 2 июл.2 002135

    sschool 2026t3.pdf Barumsa sanbataa afaan 'english'

  • 2 июл.1 9067

    ²⁴.... Waaqayyo isin haa eebbisu, isin haa eegu! ²⁵ Waaqayyo fuula isaa isiniif haa ibsu, isinitti haa araaramu! ²⁶ Waaqayyo fuula isaa gara keessanitti haa deebisu, nagaas isiniif haa kennu!.... ●Lak. 6 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯

  • 28 июн.2 440212

    Yeroo tokko tokko jireenyi namatti hadha'a;🥹 Dhoksaatti boossa😢 eenyullee si cina akka waan in jirre sitti fakkaata gaddaarraan kan ka'ees onneen namaa in caba 💔  garuu Waaqayyo imimmaan hundumaa in arga, sagalee boo'icha namaas in dhaggeeffata,  Akkuma Aggaar gaaf tokkoo.😊 ..."Aggaar, maal taate? Mucichi iddoo jirutti Waaqayyo sagalee isaa dhaga'eeraatii hin sodaatin! S/Uumamaa 21:17 WAAQAYYO SAGALEE BO'ICHA KEE DHAGA'EERA!😊 @latinaaf 💬

  • 26 июн.1 896101

    Heertuu Yaadannoo: "Michoota ko! Nuyi amma ijoollee Waaqayyoo ti; isa booddee immoo maal ta'uuf akka jirru mul'ataa miti. Haa ta'u iyyuu malee, yommuu inni mul'atu inni akka jirutti isa arguuf waan jirruuf, akka isaa akka taanu beekna" (1 Yohaannis 3:2).

BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA 📚 — tgindex