tgindex
FAYYAA SAMMUU

"Fayyaa sammuu malee fayyaan hin jiru" Gorsa waa'ee fayyaa sammuufi xiinsammuu irratti ni barbaadduu? Link kana gadii tuquun join godhaa. @sammuukoof Yaadaafi ergaa qabdan @ToliBurka nu qaqqabsiisuu ni dandeessu. Fayyaa hin dhabiina.

Последний пост
15 нояб.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
6 046
−1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
4 302
20 постов
Вовлечённость
71,2%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 15 нояб.3 271233

    MARBURG VIRUS— Ittisaa fi Tooftaa Inni Daddarbuun: ********** Dhukkubni vaayirasii kanaan dhufu yoo nama qabe carraan lubbuu namaa galaafachuu isaa ol’aanaadha. Hanga %88 gahuu danda’a. Wanti gaariin dhukkuba kanaa ammoo nama mallattoo dhukkubichaa muldhisuu jalqabe irraa malee nama mallattoo hin muldhisne irraa namatti hin darbu. Baattuun vaayirasii kanaa sinbira halkanii fuduraalee fi abaaboo sorattuudha. Sinbirroon halkanii akkasii sun ammoo holqa keessa jiraatu. Gaafa namni holqa uumamaas ta’ee holqa namtolchee namoonni albuuda fa’a baasuuf qotan seenanii tasa fincaan, bobbaa, ykn hancufa sinbira halkaanii kanaaf saaxilaman vaayirasichi gara namaa dhufa. San booda nama irraa namatti daddarba. Karaan inni daddarbuun illee tuttuqii qaamaa fi dhangala’oo qaamaatiin. Dhiiga, hancufa, fincaan, furrii, imimmaan, dafqa, isparmii, haqqee fi dhangala’oo kan biroo kan qaama dhukkubsataatii bahuuf saaxilamuun daddarba. Uffata walii uffachuun, siree tokko irra ciisuunis ni daddarba. Waldhungachuu fi saalqunnamtiin ni daddarba. Qilleensaan ykn hafuuraan fagoo irraa hin daddarbu. Walitti dhiheenya qaamaa dhihoo irraa yoo dhangala’aan yeroo haxxifatamu biifamuun daddarbuu danda’a. Karaan inni ijoon biraa ammoo dhaabbilee fayyaa keessatti dhukkubsataa irraa gara ogeessa woldhanutti—ofeeggannoon cimaan yoo hin godhamnee daddarba. Yeroo sirna awwalchaa nama dhukkuba kanaan du’eef godhamu—yoo janaayiza (reeffa) wajji tuttuqii qabaatan—daddarbuu danda’a. Namoonni dhukkubicha kan daddabarsan yeroo mallattoo muldhisuu jalqabaniidha. Kanaaf, namoota mallattoolee dhukkubichaa qaban irraa qaamaan fagachuu fi tuttuqqii dhangala’oo qaamaa ofeeggannoon hirdhate irraa of qusachuun barbaachisa. #Via-Dr Nuredin Odeffannoo dabalataaf Join @sammuukoof @sammuukoof

  • 13 нояб.16,9 тыс1222

    Waa'ee weera dhukkuba haarayaa amma mudate kana waan muraasa! ************ Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurraa ka'uun shakkamaa jira. "Viral Haemorrhagic Fever " jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:- - Ebola Virus. - Marburg virus. - Yellow Fever . - Lassa Fever isaan ijoodha. Dhukkuboonni kun heddumminaan naannoo tropical area tti deddeebin mul'atu. Weerara fiduudhanis beekamu. Mallattooleen dhukkuba kanaa maali? - Qaama gubaa - Dhukkubbii buusaa - Ballaqamsiisaa gadi teessuma(kan dhiiga makatellee ta'uu danda’a - Dadhabbii qaamaa - Dhiiga garaa qaawwa qaamolee garaagaraa (Afaan,funyaan gurra fi kabiroo) Dhukkubni kun akkamiin daddarba? - Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaa qabaachuu. - Dhangala'aa namoota dhukkubichaan qabameen tiqamuu. - Bookee busaa - Hargansuudhanillee kan darban ni jiru. - Nama dhukkubichaan du'e tuttuquu. Dhukkubni kun hangi nama ajjeesuu isaa gosa Vaayirasii dhukkubicha fidee irratti kan hundaa'ullee ta'u ragaa hanga ammaa jiruun 25-90% ta'a. Kana jechuun nama dhukkuboota kanaan qabame dhibba tokko keessaa namni naannoo 25 hang 90 du'uu danda'u jechuudha. Yoo deeggarsi yaalaa hin godhaminiif. Dhukkuba kana akkamiin ittisuun danda'ama? - Nama dhukkuba kanaan qabametti baay'ee itti dhiyaachuu dhiisuu. - Ilbiisota addaa addaa ittisuu fi farra ilbiisotaa fayyadamuu. - Nama dhukkubichaan qabamuu shakkame adda baasuu fi kkf fa'a. Dhukkubni kun yaala qabaa? Dhukkuboonni kun yaala duubatti deebisu hin qaban. Wanti mana yaalatti godhamu deeggarsa ogummaa tokko tokko gochuu qofa. Deeggarsuma saniinuu garuu hanga tokko du'aatiin ni hir'ifama. Weerarri kun biyya keenyatti ka'e taanan balaa guddaa geessisa. Rabbi nutti hin fidin jenna. Cabsee Dhufnaanis waan dandeenyun dura dhaabachuuf qophiidha. Share godhaa! Share godhuun barreeffama kana nama biraan gahuun lubbuu baraarudha. Namoota itti dhiyaattan kan social media hin fayyadamnes afaanin itti himuun dhibee kana waliin haa ittisnuu. Join @sammuukof @sammuukoof

  • 13 нояб.3 46557

    Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudate Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Jiinkaatti mudachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhukkubni ammaaf maalummaan isaa sirnaan adda hinbaane Naannoo Kibbaa Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira. Dhibeen kun akka hin babal'anne dhaabbilee deeggartootaa waliin ta'uun hojiin ittisuu fi yoo mudate saffisaan mirkaneessuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhe. Yeroo ammaas Dhibee Heemooraajiik Fever jedhamu magaalaa Jiinkatti kan mudate yoo ta'u, hanga ammaatti namoonni 8 dhibichaan shakkamuu ibse. Dhibichis mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, hoqqisa, dhiigni afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a ta'uu ibse ministeerri Fayyaa. Ka'umsa dhibichaa beekuu fi dabalataan akka hin babal'anne to'achuuf, akkasuma gareen deebii hatattamaa kennu gara iddichaatti bobba'uun hojiin gamaaggamaa fi qorannoo laabraatoorii gaggeeffamaa jira jedhe ministeerichi. Hojiin hawaasa hordofuu, tuttuqaa ittisuu, mana manarra deemuun adda baasuu fi kenniinsi tajaajila yaalaa cimee itti fufuu ibse. Yaa ta'uutii hawaasni hundi dhibicha ittisuuf of eeggannoo armaan gadii akka taasisan yaadachiise. Wayita Afaan, funyaanii fi kutaalee qaamaa biroon mallattoon dhiiguu, ho'inni, gadi teessisuu fi hooqisuu mul'ate saffisaan gara dhaabbilee yaala fayyaa dhiyeenyatti argamutti imaluun qorannoo taasisuu, namoota dhibichaan shakkaman waliin tuttuqaan akka hin jiraanne of eeggannoo gochuu, yeroo hunda harka Saaniitaayizarii yookaa saamunaan sirnaan dhiqachuun murteessadha. Dhaabbileen yaala fayyaa kamiiyyuu naannoo isaa hordofuu, adda baasuu, qorannoo taasisuu, yaaluu fi gabaasa gochuu qabu jedhe. Dabalataan ragaan dhimmicha ilaallatuu fi shakkiin yoo jiraate karaa sararoota bilbilaa 8335 fi 952'n bilbiluun odeeffannoo kennuu fi fudhachuun kan danda'amu ta'uu eere. #Oromia #Ethiopia OBN irraa. Odeeffannoo dabalataaf @sammuukoof @sammuukoof

  • Six Leadership Principles that we can learn from an Eagle 1. Eagles fly Alone and at High Altitudes. They don't fly with sparrows, ravens, and other small birds. MEANING; Stay away from narrow-minded people, those that bring you down. Eagle flies with Eagles. Keep good company. 2. Eagles have an Accurate Vision. They have the ability to focus on something as far as 5km away. No matter the obstacles, the eagle will not move his focus from the prey until he grabs it. MEANING; Have a vision and remain focused no matter what the obstacles and you will succeed. 3. Eagles do not Eat Dead things. They Feed only on Fresh Prey. MEANING; Do not rely on your past success, keep looking for new frontiers to conquer. Leave your past where it belongs, in the past. 4. Eagles Love the Storm. When clouds gather, the eagle gets excited, the eagle uses the storms wind to lift itself higher. Once it finds the wind of the storm, the eagle uses the raging storm to lift itself above the clouds. This gives the eagle an opportunity to glide and rest its wings. In the meantime, all the other birds hide in the branches and leaves of the tree. MEANING; Face your challenges head on knowing that these will make you emerge stronger and better than you were. We can use the storms of life to rise to greater heights. Achievers are not afraid to rise to greater heights. Achievers are not afraid of challenges, rather they relish them and use them profitably. 5. Eagles Prepare for Training; They remove the feathers and soft grass in the nest so that the young ones get uncomfortable in preparation for flying and eventually flies/ when it becomes unbearable to stay in the nest./ MEANING; Leave your Comfort Zone, there is No Growth there. 6. When the Eagle Grows Old, His feathers becomes weak and cannot take him as fast and as high as it should. This makes him weak and could make him die. So he retires to a place far away in the mountains. While there, he plucks out the weak feathers on his body and breaks its beaks and claws against the rocks until he is completely bare; a very bloody and painful process. Then he stays in this hiding place until he has grown new feathers, new beaks and claws and then he comes out flying higher than before. MEANING; We occasionally need to shed off old habit no matter how difficult, things that burden us or add no value to our lives should be let go of. Join@ @sammuukoof @sammuukoof @sammuukoof

  • Of Gaggeessuu (Self leadership) ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa tokkoo fi isa jalqabaa kan tahe of gaggeessuu dha. Kun immoo gosoota gaggeessummaa keessaa ulfaataa kan ta'edha. Ogeeyyiin gaggeessummaa hedduun of gaggeessuun gaggeessummaa isa jalqabaa akka ta'ee fi salphaatti kan hin ilaalamne akka ta'e ibsu. Of gaggeessuun imaammata mataa ofii danda'e qaba. Isaan kana gabbifachuun immoo dandeetti of gaggeessuu ni dabalu. Isaanis: 1. Of beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabate. 2. Of hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo ofii bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'adha. 3. Of sissi'eessuu/ self motivation/ Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan tokko fi guddaan galma ofii beekuudha. Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha. 4. Of guddisuu ykn of barsisuu / self development/: akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyuu dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa. 5. Of gamaagamuu/ self reflection/: guyyuu waan keessa ole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuu barbaachisa. Akka walii galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana guddisuuf #tooftaaleen fayyadan 1. Mul'ataa fi galma ofii haala SMART ta'een kaa'achuu 2. Yeroo keenya #matrix_of urgent and important fayyadamuun sirnaan hogganuu 3. Bilchina miiraa ofii guddisuu 4. Nama har'aa irra dhaabbatanii boritti eessa gahuuf akka deemnuu fi addunyaan garam deemaa jirti beekuu/proactive/ fa'adha. Join @sammuukoof @sammuukoof @sammuukoof

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Suuralee kun kitaaba guddaadha jedhee isiinif qoode. Irraa baraadha.

  • видео или голосовое, без подписи

  • Tajaajila Fayyaa Sammuu Hope ➡Gorsafi Yaala fayyaa sammuu ➡Yaala Araadota garaagaraa ➡Kunuunsa dhukkubsatoota Qaamaafi bilbilaan bakka jirtanitti Ogeessota muuxannoo qabaniifi meeshaa guutuu waliin sin yaaluudhaaf qophiidha. 📞  0921483810 0930556009

  • Haasaa Ogummaa Abukaattoo tokkotu boolla bishaanii barsiisaatti gurgure. Abukaattoon sun guyyaa xiqqoo duuba asi deebi'ee barsiisichaan, "obboleesso, ani boollichan sitti gurgure malee bishaanicha sitti hingurgurre. Bishaanicha fayyadamuu barbaadda taanaan maallaqa dabalataa naaf kaffaluu qabda," jedheen. Barsiisichis seeqaa akkas jedheen: "Eeyyee. Anis gamakee dhufuufan ture. Bishaanicha keessaa waraabdee boolla duwwaa akka naharkaan geessuuf sitti himufan karaa irraa bu'ee dhufuf ture. Immoo, bishaanicha waraabdee boolla duwwaa isaa naharkaan hingeessu taanaan atuu bor irraa eegaltee kiraayii bishaanicha naaf kaffalta," jedheen. Tibba kana abukaattichi na'ee faajja'e. Barsiisichaanis, "anoo qoosaadhumaafan dubbadhe malee garaa kiyya irraa mitim barsiisa," jedheen. Barsiisichis kolfaa, "namootni akka keetii nubiratti baratanii abukaattoo ta'u, beeki" jedheen, jedhama. ♤♤♤♡♡♡☆☆☆ Maddi, Maaraakii Wag Join #here @sammuukoof @sammuukoof

  • “Mental Illness is Real – And It’s Closer Than You Think” In Ethiopia today, millions of people are silently suffering from mental health problems—many of them are your neighbors, friends, and even family. But because of shame, fear, or misunderstanding, most don’t speak up or seek help. The Numbers Speak Loudly: Over 20% of Ethiopians (that’s 1 in every 5 people) are living with a mental health condition. More than 9 million people are affected. Depression alone affects more than 6.5% of the population. Yet more than 85% of people with mental illness in Ethiopia don’t get adequate treatment. What Is Mental Illness? Mental illness is when the mind is not well—just like the body can get sick, so can the brain. It affects how we think, feel, and act. Common Types of Mental Illness: Depression – feeling deeply sad, hopeless, tired all the time Anxiety – constant fear, worry, panic, even when there's no danger Substance-related disorders – caused by overuse of khat, alcohol, or other drugs Psychosis – losing touch with reality, seeing or hearing things that aren’t there Post-Traumatic Stress Disorder (PTSD) – after a traumatic experience like violence or war What Causes It? Mental illness can happen to anyone, and may be caused by: Loss of loved ones Childhood trauma or abuse Drug or khat use Family conflict or violence Unemployment or poverty Living with HIV, epilepsy, or other chronic illnesses How Can You Recognize It? Look for signs like: Always sad or angry Withdrawing from people Sleeping too much or not at all Talking to themselves or seeing things Saying they want to end their life Using khat, alcohol, or other substances more and more What Can You Do? Listen and support: Don’t judge or shame them Encourage them to get help at a health center or hospital Avoid harmful substances like khat and alcohol Promote love and peace at home and in the community Teach children to express feelings and seek help when needed Mental Illness Is Not a Curse or Weakness – It’s a Health Condition. And just like malaria or diabetes, it can be treated. Health facilities in many parts of Ethiopia now offer mental health services. With care, support, and compassion, people can recover and live a full life. Let’s break the silence. Let’s stop the shame. Let’s heal Join here @sammuukoof @sammuukoof

FAYYAA SAMMUU — tgindex